Fuaad
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Fuaad, Health/Beauty, Addis Ababa, Dire Dawa.
22/08/2024
27/06/2024
https://vm.tiktok.com/ZMrMv3JnD/🐹 HAMSTER IN 17 LANGUAGES? 🐹
👉 Important news: we have updated the list of local Youtube channels!
😎 We are launching local channels that will feature lots of content and humor that will relate specifically to your region!
The main (global) channel will delight you with exclusive content!
🔥 Now you have the opportunity to subscribe on a channel where videos are released in your language!
✍️ List of available languages:
🇬🇧 English
🇮🇶 Arabic
🇮🇳 Hindi
🇮🇹 Italian
🇷🇺 Russian
🇹🇭 Thai
🇵🇹 Portuguese
🇪🇸 Spanish
🇹🇷 Turkish
🇫🇷 French
🇮🇩 Indonesian
🇯🇵 Japanese
🇰🇷 Korean
🇵🇱 Polish
🇻🇳 Vietnamese
🇩🇪 German
🇨🇳 Chinese🇹🇷 TURKEY IS OPEN 🇹🇷
😉 We think it would be a good idea to launch your company in Turkey...
🔥 Hurry up to gain your economic influence in one of the most developed countries in the topic of cryptocurrency!
🔹 Licence in Turkey Details:
- Price: 75,000 coins
- Profit: 3,000 per hour
- Conditions: INVITE ONE MORE NEW FRIEND
👉 Note: The card has a cooldown period!
://vm.tiktok.com/ZMrMv3mFy/
16/06/2024
የዒድ አል-አድሃ (አረፋ) በዓል በሀረር እየተከበረ ነው
በሀረሪ ክልል 1ሺሕ 445ኛው የዒድ አል-አድሃ (አረፋ) በዓል በሀረር ከተማ በተለያዩ ሃይማኖታዊ ሥነ ሥርዓቶች በድምቀት እየተከበረ ነው።
በክልሉ በገጠርና ከተማ ወረዳዎች የሚገኘው የእምነቱ ተከታይ ከማለዳው ጀምሮ በሀረር በሚገኘው ኢማም አህመድ ስታድየም በመሰባሰብ እያከበሩት ይገኛሉ።
በበዓሉ አከባበር ላይም የክልሉ ርዕሰ መስተዳድር አቶ ኦርዲን በድሪ፣ የክልሉ ምክር ቤት አፈጉባኤ አቶ ሱልጣን አብዱሰላም፣ የሃይማኖት አባቶች እና ከፍተኛ የክልሉ መንግስት የስራ ኃላፊዎች ተገኝተዋል።
🥰🕋Eid Mubarek🕋🥰Hordoftoota Amantii Islaamaa Maraaf Baga Ayyaana Eid Al Adaha tiin Isin gahe!
Sooma Hiikaa (Iid-Al-Faxirii) Kan Waggaa 1445ffaa Baga Waliin Nu Gahe!
-----------
Hordoftoota Amantaa Musliimaa biyya keessaafi ala jiraattan hundaan, Ji’a Ramadaanaa. xumuurtanii ayyaana sooma hiikaa Eid Al-Faxirii kan bara 1445ffaan baga isin gahe, warra baranaa, kan bara hegeree nu haa taasisu jechaa, ayyaanni kun kan nagaa, gammachuu, milkii, jaalalaafi Tokkummaa hunda keenyaaf akka ta'u hawwiin qabu ibsa.
Eid Mubarak Baga Ittiin nu gehe
تقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال
🛰️🛰️ 🛰️🛰️
🛰️🛰️ 🛰️🛰️
🛰️🛰️ 🛰️🛰️الحمد لل Dawa GovernDire Dawa Government Communication Affairs BureauDireDawa Electric Utility:ድሬደዋ አስተዳደር ኤሌክትሪክ አገልግሎትtyDireDawa Electric Utility:ድሬደዋ አስተዳደር ኤሌክትሪክ አገልግሎትsFC Bayern MüncheFC Bayern München EntertaShemaroo Entertainment Ltd.الحمد__لله
16/06/2024
Fearless Oromoo InspireFearless Oromoo Inspireoromoo Inspires ! $ # Inspires ! $ # Inspires ! $ # Inspires ! $ # Inspires ! $ # inspire Oromoo inspire
🥰🕋Eid Mubarek🕋🥰Hordoftoota Amantii Islaamaa Maraaf Baga Ayyaana Eid Al Adaha tiin Isin gahe!
Fearless Oromoo Inspire Inspires ! $ # inspire
24/01/2024
Manneen Barnootaa Bu'uura Boruu Ijaaruun Carraa Barnootaa Babal'isuufi Qulqullina Barnootaa Mirkaneessuu Keessatti Gahee Olaanaa Qaba Jedhame.
-------------------
BBO- Muddee 19/2016 Biiroon Barnootaa Oromiyaafi Mootummaan Naannoo Oromiyaa daa'imman naannoo keenyaa carraa barnootaa akka argataniifi qulqullinni barnootaa bu'uura irraa akka mirkanaa'u taasisuuf manneen barnootaa Bu'uura Boruu kanneen dhalootni Bu'uura Boruu keessa darbuu qabu 15,000 ol ta'an ijaarsa xumuruun ji'a tokko booda guutumaa guututti tajaajilaa akka kennan taasisuuf hojjachaa jiru.
Hanga ammaatti Manneen Barnootaa Bu'uura Boruu kuma 14 ol xumuramanii tajaajila baruufi barsiisuu kennaa kan jiran yoo ta'an, karoora bara 2016 hanga Muddee 30/2016tti MB BB 4574 ijaaruuf karoorfame keessaa 3800 ol yoo xumuramee tajaajilaaf olu, kan hafan immoo ji'a tokko keessatti xumuruuf hojjatamaa jira.
Ijaarsa Manneen Barnootaa Bu'uura Boruu Godinaaleen 4fi Bulchiinsi Magaalotaa 2 xumuruun karooraa isaanii irratti dabalataan kan hojjatan yoo ta'u,
;
:
- 206, 'in -361;
;
- 690, 'in -737;
Lixaa:
-302, 'in - 310;
:
- 96, 'in -100;
Magaalotaa Keessaa immoo,
:
- 8, 'in -15;
Roobee:
- 4, 'in -4 ijaaruun tajaajilaaf yoo oolchan, godinaaleefi magaalotni hafan ijaarsa kan jalqaban yoo ta'an garuu xumuranii guutumaa guututti tajaajilaaf ji'a tokko akka itti fudhatu hoggantootni godinaaleefi bul/ magaalotaa himaniiru.
bulchiinsi Magaalotaa ijaarsa Mana Barnootaa tokkollee karoora bara 2016 keessa xumuruu dadhaban;
1- Shaakkisoo
2- Dodolaa
3- Hoolootaa
4- Asallaa
5- Naqamtee
6 -Shanoofi
7- Walisoo ijaarsa Manneen Barnootaa Bu'uura Boruu kan jalqaban ta'ullee, 18/04/2016tti Mana Barnootaa .
Walumaa galatti, carraa barnootaa babal'isuun lammiin hundi barno
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Addis Ababa
Dire Dawa