Urjii Oromoo
political person
18/05/2026
Dubbiin tun Dhugaa moo Soba ?
Dhimma Rakkoo jimaa Harargee dubbachuuf Qamaatee ta'uun dirqama miti!👊
17/05/2026
Tuttuqaan yeroo gara garaatti irra deddeebiin madda galii Hawaasa Baha Oromiyaa gogsuuf godhamu kun maddi isaa maal irraa akka ta'e maaliif ifa hin taane? Hawaasa Harargeetiif Jimaan madda dinagdee waan maraati. Godinaaleen Biroo kaan Buna, Kaan Xaafii, kaan Qamadii, Kaan garbuu, Kaan Avokaadoo gabaaf dhiyeesseetu galii irraa argata. Harargeen garuu maddi galii fi bu'uurri dinagdee isaa 75% ol Jimaadha. Uummanni kun Jimaa gurguree maatii bulfata. Jimaa gurguree ilmaan barsiifata; Gibira kaffala. Galiin biyyaa hawaasa kanarraa argamu jimaadhaani. Utubaa dinagdee biyyaati. kanaafuu hatattamaan rakkoon uggura jimaa kellaawwan irratti godhamaa jiru kun dhaabbachuu qaba. mootummaan qaamolee Hawaasaa ykn daldaltoota Jimaa fi mootummaa gidduutti mufii uumuuf hojjachaa jiran adda baasee seeratti dhiyeessuu qaba. Labsiin addaa yoo jiraate immoo dursee Qonnaan bulaa fi Daldaltoota hojii kanaan bulan hubachiisuu qaba malee oomisha qarshii guddaan itti ba'e qisaasamu kana callisee ilaaluu hin qabu.
Furmaata barbaadna!
17/05/2026
⚠️ DAANDII BORDODDEE HANGA ADAAMAA: LUBBUUN SHUFEEROOTAA FI DINAGDEEN HARARGEE BALAARRA JIRA!
16/05/2026
Akka biiroon Statistics demographics Ethiopia heddummina ummata naannoo Hararii kaawutti kunoo kana fakkaata. Odeeffannoo Ragaan kana dhara godhu namni qabu yoo jiraate naa himaa nan sirreeffa dhaa ( I will be corrected if evidence suggests otherwise). Haala kanaan Oromos taye saboonni biraa naannoo Hararii keessa jiraatan presidentii 8% tiin filame ummata kana gubbaa akka taa'u irratti murteeffamee jira.
Kana mormuun haqaa mitii cubbuu dha namni je'u mee as haa bahuu?
16/05/2026
I belive we winners 🏆
16/05/2026
The Blue Family 💙
Category
Website
Address
Ginnir