Dhabata keyrrii Show

Dhabata keyrrii Show

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Dhabata keyrrii Show, Health/Beauty, Hirna.

04/05/2025

Finfinneen Magaalaa gudditti Oromiyaati. Wallisaan Oromoo hangafni Kadiir Martuu Oromoo fi Oromiyaaf qabsa'aa ture. Amma Kadiir Martuu Finfinneetti mana Jireenya akkasumaa hojii maatiin isaa ittiin jiraattu qopheessuun dirqama lamummaafi Oromummaati. Kana ammoo ummatni Oromoo bulchisni Magaalaa Finfinnee Kantiibaa Adaanech Abebee irraa eegaa jira. Kanaaf sochii bulchisi magaalaa Dirree Dawaa Kantiibaan Kadiir Jawar eegale san bulchisa Magaalaa Finfinnee irraas eegaa jira ummatni. Kanaaf Finfinnee keessatti manni Jireenya fi Iddoon hojii akka Wallisaa Kadiir Martuuf kennamu gaafanna!! Namni yaada kana deeggartan hundi ๐Ÿ‘‰ Share godhuun bulchisa Magaalaa gudditti Oromiyaa Finfinnee biraan gahaa!!

Oromoo post kana gartee bira hin dabrin Share waliif gootanii Kantiibaa Magaalaa finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen biraan gahuu qabdan
Kadiir Kheenya Magaalaa Finfinneetti galee ibaadaa isaa hojii isaa hojjachuu qaba
baarakallaahu fiikum

08/09/2023
30/06/2023

ูˆู…ู† ู‚ุงู„ ู„ุงุฅู„ู‡ ุงู„ุง ุงู„ู„ู‡ ู…ุญู…ุฏ ุฑุณูˆู„ ุงู„ู„ู‡ ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู… ุตู„ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู… ุตู„ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู… ุตู„ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู… ุตู„ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู…

Category

Address


Hirna

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dhabata keyrrii Show posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Subscribe

We will notify you when anything happens in Hirna.