Liigii Dubartoota Godin jimmaa

Liigii Dubartoota  Godin jimmaa

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Liigii Dubartoota Godin jimmaa, Health/Beauty, Jimma.

Photos from Oromia Prosperity Party / OPP /'s post 06/09/2025
Photos from Liigii Dubartoota  Godin jimmaa's post 04/03/2025

Gurandhala 25/2017
Godina jimmaatti kallatti murtoo yaa'ii 2ffaa paartii badhaadhina gahee koochoo dubartoota dhadannoo jedhuun kan gaggeefame yoo ta'u dubartoonni keenya aadaafi duudha qabanun obbooleetti keenya Aanaa N/Beenjatti dhukkubsata jirtuf qarshii 13220 arjoomani jiru galaatoma jenanani

Photos from Liigii Dubartoota  Godin jimmaa's post 30/01/2025

Godina Jimmaa Aanaa Qarsaatti koonfirensiin liigii dubartootaa sadarkaa Aanaatti geggeeffamaa jira.
*****
Konfirensii kana irratti argamuun ergaa kan dabarsan I/Gn Waajjira Paartii Badhaadhinaa Aanaa Qarsaa Obbo Taarikuu Waaqjiraa akka jedhanitti Dubartoonni imala Jijjiiramaa biyyi keenya saffisiisaa jirtu milkeessuu keessatti gahee olaanaa kan qabanu ta'uu himanii Oaartiin Badhaadhinaa yaa'ii marsaa 1ffaa isaatiin dubartoita gahoomsuun gara aangootti akka dhufan kan taasifamee fi diinagdeen utubuu irrattis hojiiwwan hedduun kan hojjetamaa jiru ta'uu himaniiru.

I/Gtuun Waajjira Dhimmoota Gurmaahiinsa Ummata aanaa Qarsaa Aadde Sittiinaa Mahammad gama isaaniin akka jedhanitti Dubartoonni haadha Badhaadhina kanaawaan ita'aniif sochii hojii misooma woliigalaa milkeessuu keessatti adda durummaan hojjechuu akka qabanu dubbataniiru.

Koonfirensiin kanaaf barreeffamni ka'umsa marii karaa itti gaafatamtuu Liigii Dubartoota aanaa Qarsaa Aadde Sakiinaa Shekadiriin dhihaatee jira.

Photos from Liigii Dubartoota  Godin jimmaa's post 27/01/2025

Jaarmiyaaleen Dubartootaa Godina Jimmaa tajaajila lammummaa gannaatiin raawwii olaanaa galmeessuun sadarkaa naannootti badhaafaman.
*********
Biiroon Dhimma Dubartootaafi Daa'immanii Oromiyaa raawwii tajaajila lammummaa ganna darbee gamaggamuun kallattii hojii tajaajila lammummaa bonaa kan kaa'e yemmuu ta'u, xumura irratti Godinaalee fi Magaalota raawwii olaanaa galmeessaniif badhaasaaf beekamtii kennee jira.

Haaluma kanaan Godinni Jimmaa Godinaalee Oromiyaa keessaa sadarkaa 2ffaa bahuun badhaasa mootaraa argatee jira.

Photos from Oromia prosperity party Women's Wing's post 25/01/2025
Photos from Liigii Dubartoota  Godin jimmaa's post 19/01/2025

Godina Jimmaa Aanaa Shabee Sombootti ijaarsi waajjiraalee ganda ganda garaagaraa keessatti xumuramee jiraa.

Photos from Liigii Dubartoota  Godin jimmaa's post 17/01/2025

Guyyaa 9/2017
Godina Jimmaa Aanaa Gumaayitti konfaransii Liigii Dubartootaa Paartii Badhaadhina kurmaana 2ffaa bara 2017 gaggeefameera.

Photos from Liigii Dubartoota  Godin jimmaa's post 16/01/2025

Aanaa Saqqaa Coqorsaatti Konfiransiin Liigii Dubartootaa paartii Badhaadhina kurmaana 2ffaa bifa miidhagaa ta'een gaggeefameera.

Photos from Liigii Dubartoota  Godin jimmaa's post 11/01/2025

2/5/2017 Godina jimmaa
Aanaa Sokorruutti Konfaransiin Liigii Dubartootaa paartii Badhaadhina Kurmana 2ffaa gaggeeffamee Ooleeraa.

Photos from Liigii Dubartoota  Godin jimmaa's post 17/08/2024

Hagayya 11/2016 Godina jimmaatti Konfaransii Liigii Dubartoota Mata duree Gaarrummaa Obboleettummaaf ijaarsa dhaloota fi misooma itti fufaaf jedhu ganda hundaa keessatti karaa hojii tajaajilaa lammummaa garaagaraa hojjachuun golabameera.

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Jimma?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address


Jimma
41808564