Afiizoo jihaad kedir

Afiizoo jihaad kedir

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Afiizoo jihaad kedir, Health/Beauty, Oromia, Jimma.

14/04/2025

Assalamuhalayikum woramatullahi wobaraakatuhuu

28/10/2023

Lolli Lafoo eegaleera
-------------------------------
Woraanni gidduu Israa'eliifi Haamaasitti eegale seenaa keessatti kan baranaa adda ta'a jedhame. Haamaas woraana kana xumuruuf waan kutatee ka'e fakkaata. Israa'el gama isheetiin Haamaasiin maqaan isaallee akka dagatamuttan balleessa jettee dhaaddataa jirti.

Lolli lafoo ni jalqaba taanaan Israa'el Haamaas qofa waliin utuu hin taane kanneen akka Hizbullaah kallattiidhaan waraanichatti akka makaman ibsaa turaniiru. Kan sodaatame hin oolle harra woraanni lafoo eegalee jiraachuun ibsameera. Haamaas humna Israa'el Gazzaa seenuuf yaalaa jiran gara Bayitil Hanuun irraan seenuun haleelaa jira.

Woraana lafoo kanaan Israa'el humna qabdu hunda fayyadamtee Gazzaa Seenuuf yaaltus Haamaas utuu harka hin kennin injifannoodhaan qolatee of duuba deebiseera.

Qondaalli woraanaa Haamaas Osaamaa Hamdaan Ibsa kenneen Israa'el kan isheen Halleellaa qilleesa irraa raawwattuuf miira injifannoo of keessatti uumuufi jechuun,humna lafoo Gazzaa Seenuuf dhufe salphisuun akka of duuba deebisan ibseera.

Gabaasa Rooyitars qabatee ba'een ammoo Hizbullaafi Israa'el daangaa Liibaanosiifi Israa'elitti woraana wal irratti bananiiru. Akkauma yaadannu humni lafoo Israa'el Gazzaa galuuf ni yaala yoo ta'e Hizbullaan kallattiidhaan woraanichatti akka makamu ibsee ture.

Gama kaaniin ammoo humni biroo Huutiin Yaman lolichatti makameera. Yaman keessa kan sochoo'u himni Ansaarullaah Huutiin misaa'ela baalistikiidhaan magaalaa Israa'el Iliyaat jedhamtu haleeleera. Kallattii Galaana diimaatiin misaa'ela darbatame qolachuu ishee Ameerikaan ibsitee turte. Haa ta'uu garuu kan kaleessaa galma barbaadame dhahuun barbaadeessuun isaa ibsameera.

"Biyyoonni Dhihaa Dhumaatiin Filisxeenotaa kan inni isaan hin yaachisneef waan isaan Muslima ta'an qofaafidha" Perezdaantii Turkii Ordogaan.

Haalli Gazzaan amma keessa jirtu heddu nama yaachisa. Bishaan hin jiru,nyaanni hin jiru,Intarneetiin hin jiru,ibsaan hin jiru. Miisaa'elli akka roobati

24/08/2023

Ergamaa Rahmaata
Sallalahu haalayii
Wossallam
Isaanirra haa jiraatu Nagaaf Ramaani haa jiraatu isaanirra

20/08/2023

Akkam bulte olatuu beeka

Akka itti bulte
Abbatu beeka!!!

Photos from Afiizoo jihaad kedir's post 22/11/2022

"""""""""""""""""""""""""""
""""""""""""""""""""""""""""

Congratulations saud Arabia
Mashallaha
Mashallaha
Saud Arabia Football club
For Muslim team

27/07/2021

As wr wbt akkam fayya jirtu
Gaafa guyyaa dilbaata darbee
Jamaa'a muslimaa yuuniversitii wolqixxeetii Uztaaz Abdurahman Huseen wojjin ollee turee
Isaanis gorsaa adda dawaa akkasumas mudannoof muxxaannoo yuuniversitii nutti himuudhan gorsaa gaarii nuu kennuu isaanitif hedduu galateeffana Rabbiin kahirii hundaa isaaniif haa kennu jechaa nuullee nama gorsa isaanitti fayyadamuu Rabbiin nuu haa godhuu jennan inshallah

24/12/2020

Girgiir Girgiir
Girgiir Girgiir
Girrisa+Girrisa
=Girrisota!!!!!!!

Photos from Afiizoo jihaad kedir's post 23/11/2020

🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌
🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹
Yaa juuntaa ABUT f Gareen Deeggartoota Wayyaanee
Baandaan gaafa dhiisa jedhamtanii kadhatamtanuu
Soodaa issinitti fakkaataa ture mitti!
Har'aa eessa abbaa keessaan seentuu ree yeroo hin geenyen geessu
Wayyaaneen illee guddiisi argatti worri issin duraan gargaara turte duraan olgaalu diddaani galtuu ree achi bosonaa yoo teessan belaan dhumtuu worrananiis hin dhumtuu maali keessan maali?
Qufaan malee hin utaalan utaalan malee hin caaban jedhama mittiree furmaata barbaadadha yaa baandota!!!!!

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Jimma?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Culinary Team

Attire

Telephone

Address


Oromia
Jimma
1234