Raiis xahir page

Raiis xahir page

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Raiis xahir page, Jimma.

08/11/2025
12/06/2024

Misoomni gara Wallaggaatti
Wallaaggis gara Misoomaattii!!

Nageenyi imaala keenyaa hundaaf Karaa filannoo hin qabnedha. Ummaanni Keenyaa Wallaggaa rakkoo Nageenyaatin dhabuutin midhamuu irraa darbee hojjiin misoomaa fi pirojektoonni gara garaa addaa citanii akka turan ni beekama.

Rakkolee kana furuf Motummaan Gaaffii karaa nagaa godhaa turee fi Hojjii Olantummaa Seeraa kabachisuu gama hundaa yeroo itti deemu tasgabbii argameen hojjileen misoomaa Addaa Citanii turan gara hojjiitti deebi'aa akka jiran muldhataa jira.
Hojjii Nageenya lafa qabsiisuu fi itti fufiinsa akka qabatu gochuu keessaatti ga'ee Ummataa baay'ee murteessaadha wan ta'ef carraa argamee kana Bukkee dhabbaachun hojjiin Nageenya lafa qabsiisuu Ummataa ammaas cimee itti fufuu qaba alhamdulilla

16/02/2024

Celebrating my 1st year on Facebook. Thank you for your continuing support. I could never have made it without you. 🙏🤗🎉

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Jimma?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address


Jimma