Haawii koo

Haawii koo

Share

Oromiiyaa

04/12/2023

Waan kana akka miittii ilaaltuu

18/10/2023

Huubadhaa worrii Oromoo adda baasuf qabsooftuu hundi akkani dantaa keessan ta'e huubanera . worrii dibbee nutti tumtaan isinirrattii bareera Oromoon gahaa nurraa daaba yoo Oromoo taate

04/10/2023

Hordoftoota amantaa Islaamaa hunda nama Islaamummaa hunda guutatee jenatul firdaus dhaalu isin haatasisuu🖕🖕🙏🙏
Amiiiin

04/10/2023

Tokkummaan murteessadha yaa oromo wal beekurraa wolii beekuun bu'a qabeessa hundaa keenyaati 🙏🙏

30/09/2023

Islaama Taatee Irreecha Dhaquun Sirratti Haraamii Beekhi
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••

Nuti muslimoonni irreecha dhaquun Haraami (dhorgamaadha) maaliif yoo jettan ?
akkuma beekamu ayyaanni irreecha waan dabre irraatti rabbiin(waaqa ) galatoofachuu fi kan fuunduraatiif immo isa (rabbiin) kadhachuudha . haa ta'uu garuu amantii islaama keessatti akkaataan rabbiin galatoomfannaa akkaataan kadhannaa fi gabbarti seera mataa isaa qaba . seera namni baase(tume) osoo hin taane seera rabbiin tumeen geggeefama .sababaan seera rabbiin tumeen kadhachuun,galateeffachuun barbaachiseef ilma nama kana rabbitu uume, nama caalaa immoo rabbitu waan isaaf malu( isaaf ta'u)beeka.akkuma beekamu kan dachiifi samii kana uume rabbii guddaadha akkaata namni isa itti kadhatuu fi akkaata namni wajjin jiraatus kanuma inni buuse ta'u qaba ture Seerri inni tumes Qu'aanaafi Hadiisa.

Gama biraatiin namoonni tokko tokko kun (waaqeffannaan)aada abbooti keenyaati akkamitti dhiifna jedhan ? ani bakka kana irratti Gaaffii tokkoon qaba eega karaa(aada) abbooti keenyaati jettani Aada Abbaa keessani isa guddaa maaliif dhiiftan . abbaan keenya inni guddaan isa kami yoo jettan ?nabi Nuuh Akkuma beekama dhalli nama amma addunyaa irraatti argamu kun ilmaan nabi nuuh sadan irraa argaman isaanis:Yaafas,saam,Haam(kuush) jechuun beekamu isaan keessa oromoon kan Haami(kuush) fakkeenyaaf oromoon kan xabbooti xabboo ilma waaqoo.ilma daachii.ilma daannoo,ilma Oottee,ilma wolaabuu,ilma dilichaa,ilma Dawwaaroo ,ilma afaa, ilma Shaaraa,ilma hadiyyaa,ilma Roobaa,ilma doorii,ilma marmor, ilma maammaa, ilma waayyuu, ilma warari,ilma goodii, ilma maalaa,ilma galaan,ilma shunkar, ilma irinoot,ilma bootaan,ilma Noobaan,ilma haam(kuush) ilma Nuuh. Nuuh jechuun nabiyyi rabbiin erge .kanaafu ummanni oromoo aada Abba isaani isa gudda ta'e kana hordofuu qabu.Aadaan abbaa keenyaa essatti argama innis maalfakkaata yoo jettan ? bakka itti argamu islaaminnaa keessa .

Adeemsi isaa akka quraanaati ragaan kana quraana keessatti bakka hedduutti ibsameera jechuun :aadaan yookaan adeemsi nabi nuuh islaamummaa akka ta'e. Suura yuunus aayata 72 irraatti akkasumas suura shuura aayata 13 kanaafu yaa ummata oromoo aadaan abbaa keessani islaamummaadha kan biraa hin barbaadina koottaa aadaa keessan kana gabbifadha Akka imamutti waaqeffannaan woggaa kuma jaha gaheera Kiristaanummaan immoo woggaa kuma lama gaheera.

Islaamummaan immoo gaafa Nabi Aadam uumamu jalqabe. namni hundinuu islaamummaa irratti uumama sanaan booda maatii isaatiin yookiin hiryooti isaatiin yookiin qaama biraatiin amantii adda addaa akka fudhatu godhama.

ﻋَﻦْ ﺃَﺑِﻲ ﻫُﺮَﻳْﺮَﺓَ ﺭَﺿِﻲَ ﺍﻟﻠَّﻪُ ﻋَﻨْﻪُ، ﻗَﺎﻝَ : ﻗَﺎﻝَ ﺍﻟﻨَّﺒِﻲُّ ﺻَﻠَّﻰ ﺍﻟﻠﻪُ ﻋَﻠَﻴْﻪِ ﻭَﺳَﻠَّﻢَ : ‏« ﻛُﻞُّ ﻣَﻮْﻟُﻮﺩٍ ﻳُﻮﻟَﺪُ ﻋَﻠَﻰ ﺍﻟﻔِﻄْﺮَﺓِ، ﻓَﺄَﺑَﻮَﺍﻩُ ﻳُﻬَﻮِّﺩَﺍﻧِﻪِ، ﺃَﻭْ ﻳُﻨَﺼِّﺮَﺍﻧِﻪِ، ﺃَﻭْ ﻳُﻤَﺠِّﺴَﺎﻧِﻪِ .… ‏» ﺭﻭﺍﻩ ﺍﻟﺒﺨﺎﺭﻱ ﻭﻣﺴﻠﻢ ﻭﻏﻴﺮﻫﻤﺎ .፤
«Daa'imni dhalatu kamiyyuu Fixraa (Islaamummaa) irra tti malee hin dhalatu. Maatiin isaa garuu; Kiristiyaana Isa taasisu yookiin yahuudaa isa taasisu yookiin Warra Ibidda gabbaru isa taasisu malee...»[Bukhaarii fi Muslim]......
Kanumaan Wal qabatee Allaahnis Qur'aana irratti Akkana jedha:-
ﻓَﺄَﻗِﻢْ ﻭَﺟْﻬَﻚَ ﻟِﻠﺪِّﻳﻦِ ﺣَﻨِﻴﻔًﺎ ۚ ﻓِﻄْﺮَﺕَ ﺍﻟﻠَّﻪِ ﺍﻟَّﺘِﻲ ﻓَﻄَﺮَ ﺍﻟﻨَّﺎﺱَ ﻋَﻠَﻴْﻬَﺎ ۚ ﻟَﺎ ﺗَﺒْﺪِﻳﻞَ ﻟِﺨَﻠْﻖِ ﺍﻟﻠَّﻪِ ۚ ﺫَٰﻟِﻚَ ﺍﻟﺪِّﻳﻦُ ﺍﻟْﻘَﻴِّﻢُ ﻭَﻟَٰﻜِﻦَّ ﺃَﻛْﺜَﺮَ ﺍﻟﻨَّﺎﺱِ ﻟَﺎ ﻳَﻌْﻠَﻤُﻮﻥَ ‏[ ٣٠ :٣٠ ]
«(Yaa Muhammad!) Karaa haqaatti dabuun fuula kee diiniif sirreessi. Uumaa Rabbii ishee inni irratti nama uumees (qabadhaa). Uumaa Rabbii Jijjiiruun hin jiru. Santu amantii qajeelee dha. Garuu irra hedduun namootaa hin beekanu.» (30:30)

Kanaafuu ..........

Sheer godhaa hundi keeysanuu Jazaakumullaah

https://www.facebook.com/profile.php?id=100079009500149&mibextid=LQQJ4d

07/08/2022

Naannoo Oromiyaatti Deeggartoota Dr/Abiy Ahimed.በኦሮሚያ ክልል የ ደ/ር አብይ ደጋፊዎች። Nuti Deegartoonni Nama Dhuunfa Deeggaruu Osoo hin taane nama yaada sirrii fi biyya kana hiyyummaa osoo hin taane badhaadhina dhalootaf dhaalchisu feena.dhugaa ,haqa, bilisummaa deeggarra.እኛ ደጋፊዎች .

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Jimma?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address


Jimma