Muaz

Muaz

Share

Gada system

03/01/2024
03/01/2024

Deebii sirrii tahe filadhu.

Photos from Muaz's post 11/05/2022

Galgala ga'aa jaalala gaarii
Hamtuu isinirraa ja tiksu waaqni

27/10/2021

Akkam jirtu nageenyi Badhaadhaa jirtuu adaraa?Gargaarsi Bu'uuraafi Hundee keenya kan ta'e obboleewwan keenya ummata Maalfakkaata.
Adaraa bakka jirrutti Alaaf keessa Guddaaf xiqqaan dhiiraaf dhalaan Waan dandeenyun Akkuma Gooticha keenya ittisaa keenya cinaa dhaabbachaa turretti Lukkuu hanga Lubbuutti ummata keenyaaf yaa goonu.Adaraa Adaraa yaa sabaa ulaagaa tokko male osoo wolhin Qoodiin yaa bimannuuf waan Qabnuun Kun dhaamsa kooti Deebinee wol argina Nagaan naaf turaa.
Rakkoo keessa ni baana.
Rakkinni karaa milkaa'inaati Agarsiiftuu Diinaaf firaati.

07/09/2021

Akkam jirtu ilmaan oromoo hundi keessan baga jala bultii bara haaraa geessan
Barri haaraan Kan gammachuu
Kan Tokkummaa
Kan jaalalaa
Kan Badhaadhinaa
Kan injifannoo
Kan bilisummaa
Kan wolabummaa
Kan milkeenyaa
isiniif haata'u

15/08/2021

Akkam jirtu hundi keessan

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Jimma?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Address


Jimma