Namaaf jiradhuu

Namaaf jiradhuu

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Namaaf jiradhuu, Health/Beauty, Jimmaa, Jimma.

13/03/2026

Yaa Rabbii Nama
Ramadana kanaa fayadamuu
Nu godhii baraa dhufuu
Yadaaf muradaa gàhuu
Wani hawufi barbaduun
Wal_gahuu Nu godhii

Photos from Namaaf jiradhuu's post 10/02/2026

Waldaa AbbaaGaadaaHojjii lammummaa Ganaa
Darbeen warqaa Ragaa Nuuf kennameraa 3/06/018

02/11/2025

Ilmaa Namaa biyyaa Laafarraa
Yerroo Murassaa Jiraachuu Issaa Dagaate Hamenyaa Dalagaa

13/09/2025

Hojiin tajaajila lammummaa duudhaa keenya ganamaa furtuu rakkooti.

Jimmaa, Fulbaana 3/2018 (WKMJ)
Magaalaa Jimmaatti Waldaa Tola Ooltummaa Abbaa Gadaa Ganda Hirmaataa Markaatootti argamu barattoota maatiin harka qalleeyyii 300 ta'aniif meeshaalee barnootaa deeggarsa taasise.

Miseensi waldichaa dargaggootaan kan guutame yemmuu ta'u, bara baraan barattoota meeshaa barnootaa bitachuu hin dandeenyeef meeshaalee barnootaa bituun gumaachaa jira. Waldichi hojii tajaajila lammummaa garaagaraa irratti hirmaannaa cimaa taasisaa jiraachuun ibsameera.

Saganticharratti Ittigaafatamaan Waajjira Dargaggoofi Ispoortii Magaalaa Jimmaa Injiiner Mohaammedsaanii Mohaammedamiin, Bulchituu Ganda Hirmaataa Markaatoo Aadde Fadiilaa Qaadii fi hoggantoonni jaarmiyaalee dargaggoo magaalaa argamaniiru.

09/08/2025

Jireenyaa jijjiruuf taataf dhufaa Kee siresii

14/06/2025
19/03/2023

I have reached 500 followers! Thank you for your continued support. I could not have done it without each of you. 🙏🤗🎉

29/10/2021

FDRE Defense Force - የኢፌዴሪ መከላከያ ሠራዊት Seeing a modern defense force that is absolutely faithful to the constitution, government and people of our nation, center of excellence and love who can put an end to war, and who can safely and effectively succeed at the national and international duty

18/10/2020

KA'UUMSII KENYAA IDA'AAMUU
GALMII KENYAA BADHAADHINAA

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Jimma?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address


Jimmaa
Jimma
JIMMAA