Muaz Mohamed

Muaz Mohamed

Share

Mu

29/03/2024

Guyyoonni Ramadaanaa daddafee dhumaa jira

Ramadaanni dhumuuf dhihaate jennee dubbanna

Garuu Kan dhumuu dhihaate nu ta'uusaa erraanfanne😥

Ramadaanni barana yoo dhumes bara dhufu deebi'a
Namni Rabbiin umriisaa dheeresse jiraatee niqaqqabata
Garuu umriin keenya barana dhumti yoota'e
Lamuu Nu'iifi Ramadaanni wol arguun hin jiru

🤲Yaarabbi Ramadaana hamma hafe kana Nama ittiin sitti dhihaatu Nama ittiin Araaramakee argatu Nama ittiin jaalalakee argatu Nuuf taasisi🤲

17/07/2023

Ati Abdii Kutachuu Hin Qabdu
Kaleessi Gabrummaa kee yoo ture
Hardha Boriif Qabsa'i
Bor immoo Bilisummaa kee siif ta'aati👊💪

02/11/2022

Oromoo Koo qabsoofan bahee nan dagatina maaloo

15/10/2022

Balaan dhabama isin irraa haa taatu
Rizqiin arkama Isiniif haa taatu

08/10/2022

Razzaaq ilma namaatti sin haajamsiisin tola saatiin si haa duroomsu!

27/09/2022

Today's best Photo

27/09/2022

Osoo kumaatama balleessitellee:
Balballi RAHMAAN
banaa dha!
Irraa hin fagaatin!

26/09/2022

Salluu Ala nabiyyi
❤️❣️💙

28/08/2022

As wr wb

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Jimma?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address


Jimma
Jimma
1000