Burkuteessaa Diinaa

Burkuteessaa Diinaa

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Burkuteessaa Diinaa, Health/Beauty, Jimma.

Photos 09/05/2021

Abshir Mirgi Keetumaa
Jiboo Boorataa Gaaraa
Boorataa Booree Baasuuf
Siifuu Garaan Na Haaraa

23/03/2021

Zoonii_Jimmaa_Cibraa_Shanan_Gibee
***
Irreefii Gaachanni Ummata Oromoo Wbon Zoonii Jimmaa Cibraa Shanan Gibee Waraana Mootummaa Maqaa Wbo Sakkatta'uun Baate Aanaa Limmuu Kossaa Ganda Gaallee Kamisee Keessatti Ajajaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Kan Taate Tarkaanfii Laalessaa Fudhateen Du'aan Adabee Jira Injifannoon Itti Fufa

01/01/2021

Nuuf Jiraadhaa abdii oromoof oromiyaa

Photos 29/11/2020

dhagaadhum boraafannee
hin barbaannu firaashii
laf hin keenyu qawwee keenya
itti hin kenninu kilaashii

27/11/2020

BOOMBIIF KILAASHII
TOKKOSAN MALEE
NAFXENYAAN HIN JIILTUU
GOMBISAN MALEE

22/11/2020

Sareen maalii
bucheen maali
Raayyaan Ittisa Biyyaa Maalii
TPLF Maali

2n isheetuu tokkuma

22/11/2020

Wbo Zoonii Jimmaa Cibraa Shanan Gibee JAAL~TOKKICHOO GAADAAN kan dursamu Sad.17/11/2020 Kaasee Hanga Sad. 22/11/2020 Injifannoon Jiru Baay'ee Gaariidha bosona A/L/kossaa fi A/L/saqqaa bakka addaa GAABANAA kan jedhamuu reenfi poolisii humna addaa akka guuramaa jiru jetti dhaamsi nu dhaqqabe injifannoon kan WBO ti

25/05/2020

As ilaal goota kanaa
Goota ija barbadaa
Gochoowwan isaatu
Garaa nama raasaa

20/05/2020

Dhaamsa xiqqoo
""""
Godina jimmaa A/L/koossaafi
A/L/saqqaa

qaamni hidhatee bosona jiruufi qeerroon sochii keessan akka dhaabdan

galatoomaa

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Jimma?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address


Jimma