Fayyaa Sammuu /Mental Health
Hubannoo fayyaa sammuu
14/02/2023
ጥሩ እንቅልፍ ለመተኛት ማድረግ ያለባችሁ 4 ነገሮች|Seifu On EBS|Besintu|Donkey Tube #ስነልቦና #ኢትዮጵያ #ጭንቀት #እንቅልፍ #የአእምሮጤና
Fayyaa Sammuu malee fayyaan guutummaatti hin jiru!
Sammuu ijaarsa waa hundaati!
Fayyaa sammuu hundaaf
Dhibeen sammuu akkuma dhibee sukkaaraa, kalee, tiruu fi kkf yaala qaba!
Fayyaa Sammuu keenya haa tikfannu!
Mental illness like Diabetic, kidney disease, Liver disease can be treated!
Let's give emphasis for Our Mental Health!
Dhibeen sammuu akkuma dhibee biroo wal'aansa barbaachisaa yoo argatee fayyuun ni danda'ama!
Sammuu kee malee Qaamni kee martu hojiin ala ta'a
Dhibeewwan sammuu gosa 300 ol ta'u. Isaaniis kutaawwan gurguddoo 22 jalatti ramadamu.
Sammuun kee hogganaa keeti! Kunuunsi!
Qabeenyi qabeenya caalu sammuu keeti. Kunuunsi!
Fayyaa Sammuu malee Fayyinni hin jiru!
Hubannoo Dhibee sammuu fi fala isaa
Hubannoo Dhibee sammuu, ittisa, maalummaa, akkamitti akka dhufu, qorichoota isaanii waliin isiiniif qooduf qopiirran jira
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Address
Jimma