Bati ALL Cancers Consultancy Service

Bati  ALL Cancers Consultancy Service

Share

Dedicated for early Detection and Diagnosis of Tumors (Cancers).

Photos from Bati  ALL Cancers Consultancy Service 's post 06/02/2023

ባቲ ሁሉን አቀፈ የካንሰር ማማከር አገልግሎት ‼

ባቲ ሁሉን አቀፈ የካንሰር ማማከር አገልግሎት በካንሰር ህክምና ዘርፍ ያለውን ክፍተት በመሙላት ለማህበረሰቡ፣ በተለይ ደግሞ ለህሙማን ፍቱን የሆነ አገልግሎት መስጠትን አልሞ በዘርፉ ልምድ ያካበቱና በካንሰር ሰብስፔሻሊስት ሃኪሞች፣ በጅማ ከተማ የተከፈተ ሲሆን። በደቡብ ምዕራብ ኢትዮጵያ ብቸኛው ሁሉን አቀፍ የካንሰር ህክምና የሚሰጥ የግል የጤና ተቋም ነው።
ተቋሙ ከታች የተቀሱ አገልግሎቶችን ይሰጣል፣

=> የድህረ ራዲዮቴራፒ ክትትል አገልግሎት፣
=> የባዮፕሲ አገልግሎት፣
=> በአልትራሳውንድ የተመራ የባዮፕሲ አገልግሎት
=> መለስተኛ የነቀርሳ ቀዶ-ጥገና፣
=> ካንሰርን ቀድሞ መከላከልና ህክምናውን አስመልክቶ የ
ግንዛቤ የመስጠት፣
=>በጨረር ህክምና ላይ የማማከር አገልግሎት መስጠት፣
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

ይምጡ፣ በምንሰጣቸው አገልግሎቶች ረክተው ይመለሳሉ፣
አድራሻ: ጅማ ከተማ ቆጪ፣ ዲፖ አከባቢ
ስልክ:0471121007/0917444959
የስራ ሳዓት ፡ ዘወትር ከሰኞ -አረብ
6:30-7:45
11:30-4:00
ቅዳሜ እና እሁድ ፡2:30-6:30
፡7:30-4:00

Photos from Bati  ALL Cancers Consultancy Service 's post 04/02/2023

Tajaajila kaansarii dursanii ittisuufi qorachuu kan kenuu yeroo jalqabaatiif Kibbaa Lixa Oromiyaatti subspeshaalisttota kansariittin kan hundeefamee dhaa .
It is the first in its kind dedicated for provisions of Early Detection and Diagnosis of cancer in southwest Ethiopia Given by cancer subspecialist.

Photos from Bati  ALL Cancers Consultancy Service 's post 04/02/2023

Tajaajila gorsaa kaansarii hundaa baati
ባቲ ሁሉን አቀፈ የካንሰር ማማከር አገልግሎት
Bati all cancers consultancy services

Tajaajila gorsaa kaansarii hundaa Baati hanqina yaalii gama dhibee Kaansariitiin jirurratti xiyyeeffachuudhaan ogeessota fayyaa damee kaansariitiin ispeeshalistootaafi sabispeeshaalistoota ta'aniifi muuxannoo qabaniin teessoo isaa magaalaa Jimmaa godhachuun kan hojii jalqabedha.
Kilinikichi Kibba Lixa Itiyoophiyaatti dhaabbata fayyaa dhuunfaa tajaajiila yaalaa dhibeewwan kaansarii hundaa kennuuf hundaa'edha.
Tajiijilli yaalii kilinika kanatti kennamu;
=> Tajaajila gorsaa yaala raadiyeeshinii
=> Hordoffii Raadiyooteeraappii boodaa
=>Tajaajila baayoopsii
=> Baayoopsii altiraasaawondiin deeggarame
=> Baqaqsanii yaaluu kaansarii salphaa
=> Ittisaafi yaala kaansariirratti hubannoo uumuu
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Kottaa tajaaila nuti kenninuun gammaddanii deebituu!
Teessoon magaalaa Jimmaa naannoo Qocii, Diippoo
Bilbilli: 0471121007/0917444959
yeroo hojii : wixataa hagaa Jimaataa
6:30-7:45 fi 11:30- 5:00
: Sanbata xiqqaafi Guddaa
2:30-4:00

02/02/2023
Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Jimma?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address


Jimma