Saaid jalata
Saaid jalata
01/10/2025
Qopheesitoota Sagantaa Caayaa!
Caayaa OR
01/10/2025
01/10/2025
Oduu gaddaa
Aalima guddaa, Hayyuu Jabaa Biyya Jimmaa kan ta'an Sheikh Zeenuu Muusaa gara ganda Aakiraa godaanuu Hamiltan Tv'n gabaaseera.
Sheekh Zeenuun Muusaa Darasaa Muftii Gommaa kan ta'an yoo ta'an woggoota baay'eedhaaf barsiisaa turaniiru.
Aalimni kun guyyaa arraa ganda aakiraa godaanuu isaaniitiin adduniyaan aalima guddaa tokko dhabdee jirtti.Firoottan isaaniitiif, maatii isaaniitiif akkasumas Ummata muslimaa hundaaf obsa hawwina.
30/09/2025
30/09/2025
30/09/2025
28/09/2025
Oduu Ammee
! 🥰
Ulamaa'iifi daa'iin Idil-Addunyaa Dr Zakir Naik haalli fayyaa isaa gaarii ta'uu isaa adda baafneerra!!
Fayyaa dhabee hospitala Seenee jira jechuun Odeessi guyyaa kaleessaarraa Social media gubbaa deemaa Ture hundi Sobaaf maqa Xureessa Tahuu irra gahamee jira
Mashaa Allaah ammas umrii dheertuu Rabbiin haa kennuuf...🤲🤲🥰
Umrii isaanii Rabbi nuuf haa dheeressu ❣️
Du'aa'ii godhaaf Share godhaa Nama Hunda biraan gahaa baarakallaahu fiikum
28/09/2025
Akkam jirtu hordoftooti Qophii Caayaa? Hojii birootiin qabamne karaa Fb keenyaatiin isin irraa baduu keenyaaf dhiifama guddaa gaafanna. nuu ofkalchaa!
Torbaan kanatti Sagantaa Ajaa'ibaa tokko qabannee dhufna. nu hordofaa!
Caayaa OR
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Oromiyaa
Jimma