Abdalla Badru Madrid

Abdalla Badru Madrid

Share

Sport team

Photos from Abdalla Badru Madrid's post 05/01/2024

Happy birthday 🎂 🥳 🎉 🎈 🎁 🎊 Toni Kroos who turns today 3️⃣4️⃣ Legend
The best Midfielder in the world 🌎 👏 👌

Photos from Abdalla Badru Madrid's post 05/01/2024

Rabbi Rahmata siif hagodhu 🤲☝️🥹

Guyyaa har'a Biyya Indonesia 🇮🇩 keessatti salaata jumah Masjiida keessatti imaamni akkuma suuraa irratti argitanutti du'aan adunyaa kana irraa boqoteera rabbiin rahmata siif hagodhu 🤲☝️🥹🤲

Photos from Abdalla Badru Madrid's post 05/01/2024

Assalamu aleykum worahmatullah wobarakhatu
Happy Jumah day 🕌 🕋
Sallallahu aleyhi
Wossallam

Photos from Abdalla Badru Madrid's post 03/01/2024

Full time LaLiga 19

Real Madrid C.F. 1️⃣ _0️⃣ Mallorca

Goal Antonio Rudiger by beauty assist Luka Modrić

Photos from Abdalla Badru Madrid's post 03/01/2024

HF TIME

Real Madrid C.F. 0 _ 0 Mallorca F.C

03/01/2024

Bichuun keenya Arda Güler har'a yeroo jalqabaaf Real Madrid C.F. woliin ni jalqaba Mallorca woliin jedhame eggama daqiiqaa argachuu danda'a

03/01/2024

Kanaa booda ijaazaa bahuun hin barbaachisu shaakalota 🤣🤦 Jijjiirama 2024 ti kunis

Photos from Abdalla Badru Madrid's post 02/01/2024

Boruu taphni LaLiga Spain 🇪🇸 torbeen 19 ffaan

Real Madrid C.F. vs Mallorca

Atlantico De Madrid vs Girona FC hawwiin eggama

31/12/2023

Bara haarawatti Hoolota kana bitannee jirra

Baga bara haarawa 2024 tiin isin gahe jarana

Photos from Abdalla Badru Madrid's post 31/12/2023

Fulham 2️⃣_1️⃣ Arsenal 🤌🫰🤦

Jechoota haggantootaa fi taphattoota Arsenal gidduutti gaggeeame sababa wol dhahu fi wol hubachuu dhabuutiin injifatamneerra

31/12/2023

Full time

Fulham 2 _ 1 Arsenal

Daa'imman Arsenal har'as gara injifatamuutti deebi'an

30/12/2023

CRISTIANO RONALDO Galchii isa Ligaan bara kanaa egalee Goolii 20 ffaa isaati ALNASSR woliin

Erga Barri 2023 itti seenee Goolii isaa 54 ffaa har'a yoo galchu adunyaaf isa tokkoffaadĥisa
Cristiano Ronaldo 5️⃣4️⃣⚽️
Harry Kane 5️⃣2️⃣ ⚽️
Kylian Mbappe 5️⃣2️⃣⚽️
Erling Haalaand 5️⃣0️⃣⚽️
Cophee worqii bara kanaas injifate umriin Lakkofsa inni hammaayyu 39 dha

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Jimma?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address


Jimma
ABDALLA.123