Waajjira Bishaan Albuudaa, Fi Inarjii Aanaa Gumaay

Waajjira Bishaan Albuudaa, Fi Inarjii Aanaa Gumaay

Share

"Qulqullina bishaanii, humna anniisaa fi badhaadhina qabeenya uumamaatiin gara ceumsa ammayyaatti! ๐ŸŒŠโšกโ›๏ธ

Photos from Oromia Water and Energy Bureau's post 23/07/2026
23/07/2026
Photos from Waajjira Bishaan Albuudaa, Fi Inarjii Aanaa Gumaay's post 19/07/2026

๐Ÿšฐ !
โ€‹Waajjirri keenya rakkoolee dhiyeessii bishaan dhugaatii hawaasaa hiikuuf, iskiimota sababa adda addaatiin tajaajila dhaaban suphuun deebisee hojii jalqabsiisuu xiyyeeffannoo guddaan itti fufeera.
โ€‹๐Ÿ“ Ganda Liimmaa Xaa'oo
โ€‹Ganda Liimmaa Xaa'ootti boolla bishaan giddu-galeessaa (Shallow Well) sababa miidhamni irra gaheen tajaajila addaan kutee fi hawaasa biratti komii uumee ture, guyyaa har'aa suphaa guutuu fi saffisaa ta'e taasisaniifiin deebisee tajaajila guutuu akka kennu taasifameera.
โ€‹Hawaasni naannichas deebisee bishaan qulqulluu argachuu isaaniitti gammachuu guddaan kan itti dhagaahamedha.
โ€‹๐Ÿ’ง Immaammata Keenya: Hawaasa keenyaaf bishaan qulqulluu fi amansiisaa ta'e dhiyeessuun boonuu keenya! Hojiin misoomaa fi suphaa iskiimota bishaanii keenya cimee ittuma fufa.
โ€‹

Photos from Waajjira Bishaan Albuudaa, Fi Inarjii Aanaa Gumaay's post 18/07/2026

๐—ง๐—ฎ๐—ท๐—ฎ๐—ฎ๐—ท๐—ถ๐—น๐—ฎ ๐—Ÿ๐—ฎ๐—บ๐—บ๐˜‚๐—บ๐—บ๐—ฎ๐—ฎ ๐—•๐—ฎ๐—ฟ๐—ฎ ๐Ÿฎ๐Ÿฌ๐Ÿญ๐Ÿด
๐—›๐—ฎ๐˜„๐—ฎ๐—ฎ๐˜€๐—ฎ ๐—ง๐—ฎ๐—ท๐—ฎ๐—ฎ๐—ท๐—ถ๐—น๐˜‚๐˜‚๐—ป ๐—ž๐—ฎ๐—ฏ๐—ฎ๐—ท๐—ฎ!!
๐—›๐—ฎ๐˜„๐—ฎ๐—ฎ๐˜€๐—ฎ ๐—ง๐—ฎ๐—ท๐—ฎ๐—ฎ๐—ท๐—ถ๐—น๐˜‚๐˜‚๐—ป ๐—จ๐—น๐—ณ๐—ถ๐—ป๐—ฎ!!
๐—ช๐—ฎ๐—ฎ๐—ท๐—ท๐—ถ๐—ฟ๐—ฎ ๐—•๐—ถ๐˜€๐—ต๐—ฎ๐—ฎ๐—ป,๐—”๐—น๐—ฏ๐˜‚๐˜‚๐—ฑ๐—ฎ ๐—™๐—ถ ๐—œ๐—ป๐—ฎ๐—ฟ๐—ท๐—ถ๐—ถ ๐—”๐—ฎ๐—ป๐—ฎ๐—ฎ ๐—š๐˜‚๐—บ๐—ฎ๐—ฎ๐˜†

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Jimma?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address


Jimma