Riduwan sefu

Riduwan sefu

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Riduwan sefu, Health/Beauty, Asandabo, Jimma.

24/07/2026

Namoota situfatan caala wanti kaka'umsa siif ta'u jira!!

05/06/2026

You are free jadhee gurbaa biyya lafaarraa bilisa baase masarat taayyee 😄

04/06/2026

Amma oduu namaatiif yeroo keenya gubnu, waa'ee dhuunfaa keenyaa yaadna ta'ee namni kamuu of-danda'ee jiraata ture!

Photos from Riduwan sefu's post 04/06/2026

Kufaatii mootummaa kanaa booda Oromoo miidha haa jennuu FKF
Jiraachuu mootummaa kanaf Oromoon Du’uu buqqa’uu salphachuu samaamuu malee waggaa 8 maal argate? Obboleessa kee dabalatee lubbuu qaqaalii sababan maletti dhabne

02/06/2026

Namoonn Yeroo hundaa na sobaa turtanii fi na cina teessanii sobaa turtan baga gammaaddani, kunoo Anas soba na barsiistani.😎

01/06/2026

FILANNOO SOBAA....
************************
100 keessa yoo 1 filattes
100 keessa yoo dhibba filattees
100 keessa yoo sobaan filatamtes
Filannoon filannoo sobaati !!!

01/06/2026

Filaanno dhaqee wanan filaadhu dhabeen dhabataa jiraa🤭

Category

Website

Address


Asandabo
Jimma