Kunuz
H
02/12/2022
Milkaa'inni eenyummaa keenya guyyaa guyyaa gaafata! Karoorri jireenya keenya keessatti baasnu, abjuun abjoonnu, milkaa'inni gurguddaa nuti yaadne guyyaa guyyaa fi yeroo hunda kan hojjennudha! Har'a hojii bu'aa hin qabne irratti yoo dabarsinu milkaa'ina barbaannu ta'uu irraa fageessaa jirra, kanaaf waan har'a gochuu qabnu, fageenya qofa yaaduun hin dagatinaa, hunda isaanii ni dabarsitu! Namoota gidduu wanti garaagarummaa uumu, wanta tokko hojjechuu sodaatu, inni kaan immoo gara jabinaan raawwachuu isaati. Jireenyi akka salphatu hin hawwin. Yoo ulfaatellee ati isa caalaa ulfaattee injifachuuf yaadda! Dursitee akka argattu hawwa! Ergasii waan sirraa barbaadamu hunda hojjedhu, sana booda madaallii jireenyaa keessatti qormaanni ati darbuu hin dandeenye hin jiru. Obboleessa koo namni ifa arguu barbaadu hundi dukkana obsuu qaba!
26/09/2022
بارك الله لكما وبارك عليكما وجمع بينكما في خير
23/09/2022
01/06/2022
Nagaan boqadhaa goota keenya fakkeessa
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Jimma