ODUU GIBE

ODUU GIBE

Share

Bagaa nagaan gara Oduu Gibe dhuftaan

26/10/2021

-GIBE

!

Shamarreen Daa'ima waggaa 5 dirqisiistee gudeedde hidhaan adabamte

Shamarree umurii ganna 20 daa'ima waggaa 5 dirqisiistee gudeeduusheen hidhaan baatii 33 itti murtaa'eera.

Himatamtuun kun mana maatii daa'ima kanaatti hojjettuu ta'uun daa'ima kana guddisaa kan turteefi, Hagayya 20, 2013 yakka kana kan raawwatte yoo ta'u yeroo garagaraatti ija daa'ima kanaa hidhuun miirasaa kakaastee Gudeeduun yakka kana irratti raawwachaa turuushee ragaan mirkaneessee himatni irratti banamuu Galmeen himannaa abbaa alangaa ni agarisiisa.

Yakki kun kan raawwate Magaalaa Finfinnee Kutaa Bulchiinsa Magaalaa Yakkaa ganda 14 , Iddoo addaa Yakkaa Abbaadoo Koondoominiyeemii mana jireenyaa keessattidha.

Maddi:- AL-AIN, FIB

25/09/2021

#

Obbo Shimallisa Abdiisaa Preezdaantii naannoo Oromiyaa ta’uun mudaman.

Caffeen Oromiyaa yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii caffee 6ffaa gaggeesseen obbo Shimallis Abdiisaa Preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa taasiisuun filateera.

Dhiyeessummaa Itti gaafatamaa waajjira Paartii Badhaadhinaa naannoo Oromiyaa obbo Fiqaaduu Tasammaan Obbo Shimallisa Abdiisaan Preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa ta’uun irra deebiin muudamaniiru.

Via: FBC
GIBE

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Jimma?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address


Jimma