Miidiyaa Odeeffannoo dhugaa.
Waaqii kiyya naaf gahaadha.
24/09/2026
Baga Irreecha geessan - Mallattoo Nagaa, Jaalalaa fi Tokkummaa
โ๏ธ Irreechaa ykn Dhibaayyuun mallattoo tokkummaa,Ummata Oromoo biratti halluu fi siidaa ta'e.
23/09/2026
Aabba Gurraacha Godaanaa (Lobochee)โค๏ธ
23/09/2026
๐"Mallattoolee gowwaa"
๐จYo beekaan mirga gore,
Inni bitaarra deema .
Yeroo beekaan ol deemu,
Innimmoo gadi deema.
Waan silaa dhageeffatu,
Inni namatti himaa.
Gabaabduun isaaf dheertuu,
Dheertuun isaaf gabaabdu.
Galatii isaaf jibba
Jibbii isaaf galata.๐ฅ
22/09/2026
๐ฟ Uffata Aadaa Oromoo Bareedaa โ
Mana Faaya Immu keessatti Uffata Aadaa Oromoo Fashion taโe, Design mimmidhagaa fi qulqullinaan hojjetame argattu.
๐ Teessoon: Magaalaa Adaamaa, German City Mooloo irratti argama.
Ayyaana Irreechaa kanaaf Designwwan mimmidhagoo hedduu waan qopheessiine jiruf, dursitanii daawwachuun filannoo keessaniif gaarii dha. ๐ฟ๐โค๏ธ
๐ Bilbila: 0912 053 07
Digafe Negese
22/09/2026
Me ofuma dhowwii qubaan tuqi๐๐ Miidiyaa Odeeffannoo dhugaa.
Facebook for Creators
22/09/2026
Meeshaa Aadaa kun maal jedhama?
The Following Facebook Mentions
Facebook for Creators
Miidiyaa Odeeffannoo dhugaa.
22/09/2026
Eebadhaasoo nullee qabaadhi
Website
Address
Jimma, Oromia Region
Awassa