Gospel singer Amanuel Megersa

Gospel singer Amanuel Megersa

Share

🍎

HIN DAGATAMU || FAARFATAA ADDAAMUU BULTII. New Oromo Gospel Song 2026. @oboromedia @EGEREEMEDIA 29/09/2026

https://youtu.be/IKIZNPv3Dg4?si=vTw-75ZVB5OHPeI5
gadi dhiifameera ❤️

HIN DAGATAMU || FAARFATAA ADDAAMUU BULTII. New Oromo Gospel Song 2026. @oboromedia @EGEREEMEDIA ADAMU BULTI OFFICIAL🎶Adamu Bulti Official jechuun chaanaalii faar...

Photos from Gospel singer Amanuel Megersa's post 29/09/2026

DUBBIIN KEE ANAAF ___

28/09/2026

wanti waaqayyo gochuu dadhabu hin jiru ✅

28/09/2026

Baga nagaan dhufte ❤️

28/09/2026

Lal kana!
Wow Gutee❤️

27/09/2026

Nagaaf araarri Waaqayyoo isiniif haa baay'atu. Akkam jirtu? Obboleessi keenya faarfataa Adamu Bulti Fufa Waaqayyo isa gargaarraan faarfannaa Haaraa mata dureen isaa jedhu viidiyoodhaan qabatee dhufeera. Faarfannaan kunis dhuftu sa'atii 11,tti YouTube dhuunfaa isaa irratti waan gadhiifamuuf liinkii comment jala jiruun seenaatii subscribe gochaa na eeggadhaa. Akkasumas maxxansa kana hiriyyoota keessaniif share gochuun deggeraa Eebbifamaa!
‎

27/09/2026

“burqaan jireenya kennu si bira waan jiruuf, ifa keetiin ificha in argina.”
— Far. 36:9

27/09/2026

DILBATA GAARII HuNDA KEENYAAF HAA TA'U 🙏

26/09/2026

Oluman deema jedheka ✅

namni ta'e

26/09/2026

Haalleluyyaa🙏

Category

Telephone

Website

Address


Nekemt