Ustaaz yuusuf Aliyyii hasan

Ustaaz yuusuf Aliyyii  hasan

Share

Bukaarrii

10/08/2026

السلام عليكم ورحمة الله وبركاته
🚨 Ariifachiisaa
Sheekni keenya kabajamaan Sheek Huseen, kan “Sheek Huseen Nahwii” jedhamee beekamu, aalimni, barsiisaan,
nama obsaafi gara-laafina qabu, kan Rabbiin beekumsa Nahwii (النحو) isaan badhaase, dhukkubsataniiru.
Dhukkubni isaan muudate kun Rabbiin biratti isaaniif qulqulleessaa fi sadarkaa isaanii olkaasaa Rabbiin haa Godhu .
Yaa Rabbi, Sheek Huseeniif fayyaa guutuu kenni. Fayyaa fi nageenyaan Umrii isaanii dheereessi, beekumsaa fi hojii isaanii Keessatti barakaa godhi.
Obboleessi hundaanuu du'aa'ii gaarii isaanif akka godhan kabajaan gaafanna.
🤲 Yaa Rabbi, dhukkuba isaanii irraa isaan fayyisi; fayyaa guutuu isaaniif kenni.
🤲🤲🤲😭🤲🤲🤲🤲😭🤲🤲🤲😭🤲🤲🤲🤲😭
Nama Da,awaa irra Ture Wagga Dheeraa irraa Kaasee
Biyyoota Hedduu Keessatti Keessattuu Magaalaa Gooroo Fi Naannawa isii

🚨 خبر عاجل

نسأل الله تعالى أن يشفي شيخنا الفاضل الشيخ حسين، المعروف بالشيخ حسين نحوي، العالم المربي، صاحب الحلم والصبر، الذي آتاه الله العلم والفقه، وقد مر في مراحل الدعوة في مدن وقرى كثيرة، وخاصة في مدينة غورو وناحيتها منذ سنوات طويلة، ناشرًا للعلم والخير.

فقد ألمَّ به المرض، نسأل الله أن يجعله طهورًا ورفعةً في الدرجات، وأن يمنّ عليه بالشفاء العاجل التام، وأن يلبسه ثوب الصحة والعافية.

نرجو من جميع الإخوة والأحبة أن يخصّوه بدعوة صالحة في ظهر الغيب.

اللهم رب الناس، أذهب البأس، واشفِ شيخنا
، أنت الشافي، لا شفاء إلا شفاؤك، شفاءً لا يغادر سقمًا.

نسأل الله أن يحفظه ويرده إلينا سالمًا معافى. 🤲

22/05/2026

Akka Manaa Baateen
Rabbiin Rizqiirra Si Haa dhaabu

🤲🚍📞🛌🚎🤲☕💸🕌🚗🛺🏕🛫🏠💵💷✈🍔

23/01/2026
12/12/2025

Dhimma kee San
Rabbiin siif haa xumuru !

🤲😭🤲😭🤲😭🤲😭🤲

12/12/2025

Fayyaa Malee Dhukkuba
Rabbiin Sirraa Haa Qabu

😭😭🤲😭🤲😭🤲🤲😭🤲😭🤲😭🤲😭🤲😭🤲

Category

Telephone

Address


Robe

Opening Hours

Tuesday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00
Saturday 09:00 - 17:00

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ustaaz yuusuf Aliyyii hasan posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Subscribe

We will notify you when anything happens in Robe.