Baankii Siinqee Damee Awaasho

Baankii Siinqee Damee Awaasho

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Baankii Siinqee Damee Awaasho, Health/Beauty, Oromia, Shakiso.

Photos from Siinqee Bank's post 24/02/2022
Photos from OBN Afaan Oromoo's post 25/12/2021
05/11/2021

Jalqaba irraatti Uummata Oromoo Maraan baga gammaddaan baga gammanne jechuun barbaada. akkasumas ummaata biyya keenya keessa jiraatu hundaan baga gammadaan isiniin jedha. Baankiin keessan Baankiin siinqee Bu'uura isaa Uummata giddu galeessaa kan godhatee, iyyeessaa fi sooressa wal qixa kan keessummeessu Baankiin keessaan kunoo tajaajila Baankii guutuu qabatee gara keessan dhufeera. kanaaf Baankiin Siinqee Damee Awaashoo tajaajila si'ataan isin keessummeessuuf iddoo isin jirtan dhufnee isin tajaajila isiin jedha. Baankiin siinqee Humna Misoomaati. Horaa Bulaa

01/10/2021

Uummata Oromoo Biyya keessaa fi biyya alaa maraan baga ayyaana Irreechaa kan bara 2021 nagaadhan isin ga'e jedha Baankiin keessan Baankin siinqee Humna Misoomaa fi deeggaraa Misooma!!!!!

01/10/2021

Uummata Oromoo Biyya keessaa fi biyya alaa maraan baga ayyaana Hirreechaa kan bara 2021 nagaadhan isin ga'e jedha Baankiin keessan Baankin siinqee

26/09/2021

Hirdoftoota amantaa Kiristaanaa hundaaf, baga guyyaa Ayyaana Maskaalaatin isin gahe jechaa Baankiin Siinqee Damee Awaashoo koottaa qusadhaa isinin jedha. Qusannaa Waadiyaa, qusannaa sabbata Aayyoo, qusannaa Handhuuraa Daa'immanii, qusannaa sooramaa akkasumas gosoota liqii akkaataa fedhii keessaniitti isin deeggaruuf qophoofnee isin eegaa jirraa. tajaajila saffisaa ta'e isif kennuudhaaf fedhii keesaan giddugala gidhachuun isin waliin hojjennaa. koottaa qusadhaa koottaa liqeeffadhaa. Baankiin siinqee

Category

Website

Address


Oromia
Shakiso

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Baankii Siinqee Damee Awaasho posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Subscribe

We will notify you when anything happens in Shakiso.