Seenaa Eebisaa Addunyaa
Self man...Tokicha Kuma Caalu(K.G.G)
Yeroo keenya waa baaye dalagnee bira kunnee jirra jechuu ni dandeenya afaan oli guuttannee
Woyyoo Sedo Martial Art ðŸ˜baqqaluu ቀኒሽ ደረሴ yoo jeetuu yaa sedo keenya siif guyyaan gahe?bunyaan Ethiopia nuti baati 4 olif akkan eega ture daqiqaa 3fi sokondii 54 qofati oolaantumaa jonitiin xumuramee.sedo nuti iyyaafi turee mooyaatamee dirree bahe.
Odeessituu!!!
28/08/2026
HONE TAKANAWONE
ANI MOO'ATAMEERAA!!!!!!
# # # Dhiifamaa deeggartootaafi fi hordoftoota kiyya Daqiiqaa 5 Osoo hin guutin jony likkii isa galche....
ANI MOO'ATAMEERAA
26/08/2026
🤲🤲🤲
Lukkuu tokko kennaniitu shan ta'anii Suura ka'u isayyuu quba qabu safuudha galgala dhaqanii akka irraa hin fudhanne akka jara dheengadda uwwisa miidiyaafi jechuun guyyaa kennanii galgala irraa fidhatan sana 🤣🤣🤣
Dhaloota suuraaf ariifatu 😂😂
Haajii kanaan "Mangistii" yoo jenne itti xiqqaata malee hin guddatu. Isa kaan dhiisnee hojiima inni Ji'a lamaan darbe kana ummataaf dalage yoo ilaalle raajii dha.
1. Milishaa halkaniif guyyaa mana naggaadee seenuun "Qarshii fidaa" jedhee makaraa agarsiisaa ture torbee tokko keessatti watwaachisee kaampiitti deebise. Yeroo sanaa as milishaan Camera akka qawweetti sodaatti.
2. Hattoota akka Kaasaayee Qananiisaafaa maqaa "120" jedhuun gurmaa'anii ummata saamaa fi boochisaa turan yeroo gabaabduu keessatti ragaa guutuu waliin qindeessuun mana hidhaatti isaan naqsiise. Amma jarri Murtoo eeggachaa jiru.
3. Shira maqaa Qabsoo Oromoon dhaaba Oromoo gurguddoo keessa dhokatamee ummata irratti waggaa dheeraaf dalagamaa turee fi Amma immoo karaa warra biyya bulchuun dalagamaa jiru ragaa waliin baasee ajab! Nu-jechisiise.
4. Shufeerota Harargee kan konkolaataa Jimaa oofan halkan shiftaan qabdee saamaafi a**eesaa turte saaxilee dhaabsiise.
5. A**eechaafi darara ummata Salaalee irra gahaa ture eenyu akka duuba jiru saaxilee amma fooyyeen argame.
6. Samoona immoo ijoollee baal-agee Gammoojjii Arabaa keessatti Ganda Oromoo lama jalatti wal gurmeessuun wal ajje**saa jiran guyyaa 2 keessatti xaragee galchaa jira.
Kana caalaa Mangistii maaltu jiraree ?
26/08/2026
Gadabi bu'ee,Foolliin birraa natti urgaaye jarana......Rabbiin nama bacaqii gannaa kana bahee booqaa birraa gahu nu haa taasisu...
🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲 Aamiin Aamiin
Haala barataan Ammaa itti barsiifamaa jiruudha,,,,, sababiin Mindaa jedha barsiisaan
Hojjatootaa Mootu.mm fi kan Dhun hin ilaalataaree?.....kkkkkk
Jireenya bara baraa.........
jireenya akka itti jiraannu wallaalle kana ilaalaa
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Shashemene
NO
Opening Hours
| Monday | 00:00 - 00:00 |