Ibsaa Ahmad
Informations de contact, plan et itinéraire, formulaire de contact, heures d'ouverture, services, évaluations, photos, vidéos et annonces de Ibsaa Ahmad, Beauté, cosmétiques et remise en forme, Rue Henry Farman, Paris.
16/04/2023
Ajajaa Olaanaan Raayyaa Ittisa Biyyaa Sanbata Xiqqaa irraa eegalee gurmaa'inni humna addaa naannolee jedhamu kan hin jirre ta'uu ibsan.
Miidiyaaleen biyya keessaa Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Julaa waltajjii Sanbata xiqqaa ture irratti ''Har’a irraa eegalee gurmaa’iinsi humna addaa jedhamu hin jiru,'' jechuu isaanii gabaasaniiru.
''Humnoonni addaa naannolee irra deebiin gurmaa’uun dhaabbata cimaa sab-daneessa ijaaruuf kan deeggaru ta’uu,'' jedhan Birhaanuun.
Waltajjii adeemsa deebisanii gurmeessuu humna addaa kana gamaaggame irratti ''Caasaan humnoota addaa naannolee seeraa ala tahuu, naannolee gidduutti yaaddoo walii tahuu akkasumas rakkoo humnaan hiikuuf yaaluun,'' caaseffama kana geeddaruuf akka dirqamsiise eeraniiru.
https://bbc.in/3MLebYF
16/04/2023
Namni Kun Oromoo Wallootti
Maqaan Isaa
Hammee Aliyyee Abdallaa Jedhamaa
Bakkii Dhaloota Walloo Kamisee Godina Addaa Saba Oromoo Aanaa Jiillee Dhummuugaa Gandaa Baxxee Bakka Akakkee(Hakakkee) Jedhamuutti Dhalaate Guddaate Achumaa Jiraata Jira
Lola Humna Addaa Naannoo Amaaraa fi Faannoon Amaaraa Wiixata Darbee Jechuun Elba 2/08/2015 Yookaan Elba 10/04/2023 Ummata Walloo Irratti Banameen Gandaa Baxxeetii Dirmaate Dangaa Godina Addaa Saba Oromoo fi Godina Shawaa Kaabaa (Sameenshawaa) Wal Qunnamsiisu Ganda Baxxeetin Karaa Mararee ttin Dirmaate Shiftoota Finxaaleyyii Amaaraatin Ajjeeffame Shiftoonni Faannoo Renfaa Isa Fudhaanii Wayanaa(Arsanbaa) Bakka Jedhamuutti Gochaa Sukkaaneessaa Kana Irratti Rawaatanii Irratti Dhichiisaa Jiru Hanga Ammaatti Renfaa Isa Shiftoota Faannoo Kanatuu Harka Qaba Bakkii Isan Gochaa Sukkaaneessaa Kana Irratti Geggeessaa Jiran Godina Shawaa Kaabaa (Sameenshawa) Aanaa Shawaarobii (ShawaaRoobiit Wareda) Ganda Wayanaa (Arsanba) Jedhamuutti
Namoonni Lola Wiixata Darbee Kana Irratti Ergaa Ajjeeffame Renfaa Isanii Faannoon Fuudhee Gochaa Sukkaaneessaa Kana Irratti Hojjaata Jiru Nama Lamaa
Tokko Kan Fullii Isaa Suuraa Irratti Mul'aatu
1, Hammee Aliyyee Abdallaa fi
2, Aliyyii Hussen Jadee
Nama Jedhaamudha
Renfii Isan Lachuutu Hanga Ammaatti Harka Faannoo Jira Bakka Itti Ajjeessanii Fudhaanii Galaaninii Bifa Suuraa fi Video Irratti Mul'aatu Kanaan Gochaa Sukkaaneessaa Irratti Geggeessaa Jiru
16/04/2023
Buqqaatota Horroo Guduruu keessaa dubartiin sadi deessee fi kaan maal keessa jiru?
***
Godinaa Horroo Guduruu Wallaggaatti namoota gandoota aanaalee Amuruu fi Jaardagaa Jaartee keessaa buqqa'uun magaalaa Shaambuu qubatanii jiran keessaa dubartiin tokko altakkaatti daa'imman sadii da'uu Hoogganaan Buusaa Gonofaa Godinichaa ibsan.
Obbo Amdihuun akka jedhanitti, Haatii ijoollee sadii takkaatti deesse ''akkuma nama kamii hospitaalatti wal’aansa argattee deesse. Malee rakkoo hamaa keessa taatee karaarratti miti kan deesse.''
Deeggarsa gahaa argachaa jiruu?
Nageenya naannoo isaaniiwoo akkami?
https://bbc.in/41ciPTW
Ustaza galatomii iciitii wara dhiratiif himtanii Amiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiin 🤲 kana hendduu takaan kolfee dhugaa 🤣
Yoo dandeessee akkaan arguuf bara garii wanta qabduun na gargarii Leta kenei Aga
Mashaa allaah Mashaa allaah Mashaa allaah
Dr ali biraa toybatee jiraa rabii iraa haqebaluu
Ganamaa nama balleessee galgalaa siqacelchaa rabii kara saratii nuha jabeysuu 🤲🤲☝☝🕋Amiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiin
Kolfaan garan nadhukubee 🥰🥰💚
Mashaa allaah
Manzuuma Ustaz Raayyaa Abbaa Macca 💟
35faan dhufe
Ammaf Daqiiqaa 6 qofaa YouTube isaani share godhaa Achuma irratti dhageefadha
Guutu Nashiidaa maxanfame dhaggeeffachuf link kana tuqa
https://youtu.be/5OnRuzsSHqc
Cliquez ici pour réclamer votre Listage Commercial.
Site Web
Adresse
Rue Henry Farman
Paris
75015