Garee Dhugaa qofaafi Dhaabbatuu

Garee Dhugaa qofaafi Dhaabbatuu

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Garee Dhugaa qofaafi Dhaabbatuu, Health/Beauty, Addis Ababa, London.

07/08/2026

Milki Health science TC

07/08/2026

I'm in the top 10% of Milki Health science TC fans. I earned 58 points on their weekly engagement list last week.

06/08/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Edmundo Portacio, Nemat Mohamed

29/07/2026

UPPER NEEDLE KNOW AS or ??

29/07/2026

Yeeyyiin tokko hoolaa bishaan lagaa dhugdu argee nyaachuu waan barbaadeef sababa barbaaduu eegale.

​Jalqaba gara hoolaatti dhihaatee, Bishaan kana maaliif natti borreessita? jedhee gaafate. Hoolaanis, Ani gara gadi dhabaadheen jiraa, bishaanichi si biraa gara kootti yaa'a jechuun deebii dhugaa irratti hundaa'e kenneef.

​Yeeyyiinis sababa biraa barbaaduun, Bara darbe maf na arrabsite? jedheen. Hoolaanis, Yeroo sana ani hin dhalanneen ture jedheen. Dhumarratti yeeyyiin sababa amansiisaa waan dhabeef, Sii ta'uu baattus abbaa keetu na arrabse jedhee utaalee nyaate.

​Namni hammeenya raawwachuuf ykn si miidhuuf murteeffate, dhugaan fi sababni isaa maaliyyuu yoo ta'e gocha isaarraa hin deebi'u.

Namni sababa barbaadu dhugaa osoo hin taane itti gaafatamummaa jalaa ba'uu waan barbaaduuf, namoota akkasiitiin falmii hiika hin qabne gochuu fi of ibsuuf yaaluu caalaa, fedhii isaanii isa dhokataa duraan dursanii hubachuun of eeguun barbaachisaadha.

👉 https://t.me/Abcoromoo

29/07/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Sulxaan Jundii Hajii, Oliyaad Xayyib

27/07/2026

jiraannaa addunyaa bal'oo fi ifaa keessa jiraannaa.
jiraannaa addunyaa dhiphoo fi dukkanooftuu tana keessa jireennii hin jiruu

03/07/2026

DHUGAA QOFAA YOO DUBBANEE FI DHUGAA QOFAAN YOO HOJJANEE NAGEENNI DHUFAA

23/06/2026

Dhugaaf jettee gati feete yoo baafteeyyuu
womaa hin dhiphatinii

12/06/2026

I accepted 2 fan badges from ABC News Afaan Oromoo and Dominion Medical .

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in London?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address


Addis Ababa
London