Sanyii oromtichaa

Sanyii oromtichaa

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Sanyii oromtichaa, Health/Beauty, Somalia, London.

03/05/2024

Qormaannii kutaa 12 ffaa bakkoota filatamoo tokko tokkotti onlaayinii akka kennamu ministeerri ministerra barnootaa Pirofeeser Birhaanuu Naggaan himan.

Barattoonni naannolee hundarraa filataman qormaata isaanii toora interneetii irratti ni fudhatu.

Kanneen hafan immoo qormaata isaanii haala idileetiin akka fudhatan ibsameera.

Tajaajilli Qormaata Madaallii Biyyaalessaa qormaata onlaayinii kanaaf haala mijeessuuf qophii xumuraa jira.

Barattoonni onlaayinii qoramanis shaakala taassisuu sababa qabaniif Leenjistootaaf leenjiin torban dhufu kennama.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

01/04/2024

Oro koo Akkamii jirtaan

20/03/2024

Jiraa bulee barrii arguuf

Photos from Galaana Ummataa's post 13/09/2023
12/09/2023

Bagaa geessaan

Mobile uploads 27/07/2023
Want your business to be the top-listed Beauty Salon in London?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address


Somalia
London