Ijibbaata Haqaa
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Ijibbaata Haqaa, Health/Beauty, Mumbai.
25/10/2025
Inisheetivota Misooma Dammaa Bu’uuressuun, Imala Olkaa'insa Biyyaa dhugoomsuudha!
______
Galmoota badhaadhina maatii milkeessuudhaan boqonnaa hiyyummaaf eeggattummaa cufuuf imalli eegalame milkaahinoota dam-daneessaan dabaalamee fuula duratti tarkaanfachaa jira.Bu'uuruma kanaan Aanaa Midhagaa tolaatti Inisheetviwwan Misooma Dammaa Kilastaraan hojirra Olchuun,Aanichaa Galaana Dammaa taasisaniiru.
Biyyi keenya qabeenya dilbiin badhaatuudha.Haa ta’u malee, baroota hedduuf qabeenya dilbiifi carraa misoomaa hedduu osoo qabdu hanqina carraa jiru beekanii qorachuudhaan misoomaaf oolchuu dhabuu irraa kan ka’e waggoota hedduuf waanjoo hiyyummaa jala turteetti. Kanarraa kan ka’es biyyi keenya gargaarsa biyya alaa irratti hirkattee jiraachuuf saaxilamtee turte.Haa ta’u malee, jijjiiramaa asitti mootummaan qabeenya dilbiifi carraa misoomaa biyyi keenya qabdu hubachuuddhaan tarsiimoo gara garaa galma badhaadhina biyyattiin qabattee jirtu milkeessu danda’an bocee hojiirra oolchaa jira.Hiyyummaa baroota hedduuf hawaasa keenya gadhiisu dide cabsuufis xiiqiin harkasaa diriirse.Maraammartoo hiyyummaa kana keessaa hawaasa keenya baasuufis yaadama ‘dinagdee damdaneessa’ jedhuun hiyyummaa irratti duulee hawaasas duulchisuu eegale.
Inisheetivonni kunneenis haala mijataa naannichi qabu giddugaleeffachuudhaan qorannoon deggaramuun hawaasa biratti hojiirra oolaa kan jiran yoo ta’u,kanaanis bu’aalee gurguddoon agarsiistuu badhaadhinaa ta’an mul’achuu eegalaa jiru.Naannichatti haala mijataa misooma gosa adda addaatiif jiru giddu galeeffachuun inisheetivoota gara garaa bocamuun hojiirra oolaa jiraniifi jijjiiramni guddaan irratti argamaa jiru keessaa inisheetiiviin misooma dammaa isa tokkodha.
Naannoon keenya bosona gahaafi haala qilleensaa mijataa oomisha dammaaf oolu osoo qabduu carraa jiru gara misoomaatti jijjiirru irratti hanqinni waan jiruuf biyyiifi naannoon keenya misooma dammaarraa hamma fayyadamuu qabdu osoo hin fayyadamin turee jira. Jijjiirama bo
08/09/2025
🎉📢 የታላቁ ሕዳሴ ግድባችንን መጠናቀቅ የድል ብስራት፣ በቀጥታ ስርጭት በነጻ ይከታተሉ!!
የዓመታት ሕልማችን በይፋ ዕውን የሚሆንበት ታላቅ ታሪካዊ የድል ብስራት ነገ ዻጉሜ 4 ቀን 2017 ዓ.ም ከኢንተርኔት ክፍያ ነጻ በቀጥታ ስርጭት ይከታተሉ።
⏰ በኢቢሲ እና ፋና ዩቲዩብና ፌስቡክ ገጾች ከጠዋቱ 12:00 እስከ 4:00
🔴 EBC: https://www.youtube.com/
🔴 FANA: https://youtube.com/?si=Mpj6YVepBdUYURNs
08/09/2025
12/06/2025
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Mumbai