Hussien Erbo Bedaso
Informazioni di contatto, mappa e indicazioni stradali, modulo di contatto, orari di apertura, servizi, valutazioni, foto, video e annunci di Hussien Erbo Bedaso, Salute/bellezza, Messina.
03/05/2026
Gosa Dhibee Istirook(Stroke) keessaa tokko hiddi dhiigaa sammuu keessatti dhiiguu dha. Kunis yeroo tokko tokko dhiigni sammuu keessatti dhoohu kun uffisa sammuu keessa faca'uun miidhaa cimaa geessisa. Kunis "Subarachnoid hemorrhage' jedhama. Istirookiin akkanaa kun yaalii hatattamaafi cimaa barbaada.
Wantootni dhibee kanaaf nama saaxilan: Dhibee Dhiibbaa Dhiigaa, Tamboo xuuxuu, fi kkf.
Kan eegalu dhukkubbii cimaa hanga of wallaaluun gahuun eegala. Qaama laamshessuu, fi miidhaa sammuu keessaa adda addaa fida.
27/04/2026
Bidiruu dha Apartment biyyaa natti fakkaata.
Clicca qui per richiedere la tua inserzione sponsorizzata.
Categoria
Sito Web
Indirizzo
Messina
Notifiche
Lascia la tua email e sarai tra i primi a sapere quando Hussien Erbo Bedaso pubblica novità e promozioni. Il tuo indirizzo email non verrà utilizzato per nessun altro scopo e potrai annullare l'iscrizione in qualsiasi momento.