Jeylaan oro

Jeylaan oro

Share

jeylaan oromoo

ᡕᠵ᠊ᡃ່࡚ࠢ࠘⸝່ࠡ᠊߯ᡁࠣ࠘᠊᠊ࠢ࠘气亠 أبو نايف

03/05/2026

Namnii namaa kanaa beytaan hoo

29/04/2026

intala ji’a Shan dura ani abbaa hin qabu haati tiyya na barsiisuf humna hin qabdu .jattee yatiimummaa ishee isiniti himate halkanii guyyaa arrabaan oof jibbisiistanii lubbuu galaafatan😢 namummaa akkamiti dhabne obboleeyyan Kiyya namni akka isin yaadaniti yaadu hin dandahu hanga isin taba beeytan taba hin beeku hanga isin oobsitan hin oobsu .namni madaa baayyee dhooyfatee bareede kokoflee deema Rabbii sodaadha waliif furmaata tahu yoo hin dandeenye rakkoo hin tahina mee dhisa nama haa jiraatu jiruu isaa😭duuti intala tana laphee na cabse Rip 🪦 booni

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Jeddah?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address


Jeylaan
Jeddah

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jeylaan oro posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Subscribe

We will notify you when anything happens in Jeddah.