Wabii sabaa
Bashanaana
07/02/2022
Kayyoof Akeeka qabna irbuu jallaan ganamaa!
Hidhattee Akka Ati danqaraa keessa deemtu Kan sitaasiisuu rorroof garbummaa jibbuudha .namni kamuu Jireenya mataa isaa gaggeeffaachuu danda'a Jireenya mataa isaa gaggeeffaachuu Kan danda'u ammoo yoo nagaan bahee galuu danda'e qofaadha.wanti Oromoon hubachuu qabu Biyyaa kana keesstti Oromoon abbaa Biyyaa ta'ee Osoo Jiruu mirgii Abbaa biyyuummaa isaa Irraa mulqaamee Dachee irratti dhalaatee guddaate ireattii Garba ta'ee ergaamee jiraata.
Oromoon sabni bal'aan Kun Maaf daachee Abbaa isarratti Garba ta'ee jiraata?
Oromoo kan garboomsee siirna malee nama miti kanaaf wanti nuti cichiinee hadheeffanne jibbuudha qabnu sirna malee nama dhunfaa miti.biyyaa dhiigdi namaa Akka Akka bishaanii dhangaala'u keessa teenyee qabsoo Karaa nagaa national dialogue jechuun Jarroolee barri itti dhumee waliin burjajaa'uun furmaata waraawaa fiduu Akka hin dandeenye beekee ABO_WBOn qabsootti Jira .Biyyaa AFAAN Qawweetiin ijaaraamte keessa teessee marii Karaa nagaa jechuun ofgowwomsuudha.
Oromoon ilmaansaa qaalii Itoophiiyaaf gabbaaraa galchuu dhabuu qaba tokkomnee Wal cina dhabbannee Kayyoof akeekaa jallaan ganamaa Kan Magaarsaa Barii Iggaasuu Bantii Jaal Nadhii Gamnaadaa Dabbaasaa Guyyoo fi kkkf galmaan gaahuuf hidhannoon Filannoo Osoo hin tane dirqaama keenya ta'uu beeknee tokkummaan lollee kayyoo keenya galiin gahuun dirqaama Oromummaati!
Lafa nagaa olaa!
Injifannoo WBO zoonii lixaa
( ONM-ABO Guraandhala 7/2022 )
Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn zoonii lixaa Waraana faashistii koloneel Abiy Ahimed irratti godina Qellem Wallaggaa Ona Sayyoo keessatti tarkaanfii laalessaa fudhateen injifannoo boonsaa galmeesseera.
Korommiin lixa biiftuu kun Guraandhala 7/2022 toora sa'a 8:00 akka lakkoofsa impaayeera Itoophiyaatti waraana weerartuu PP konkolaataa 10niin magaalaa Dambi Doolloo irraà gara ona Sayyoo ganda Guutee keessatti rasaasa akka bokkaa itti roobsuun baarudaan macheessee battalumatti 6 irraà ajjeesuun sadii madeessee jiraachuun barameeti jira.
Injifannoon uummata Oromoof!
Injifannoo WBO Zoonii lixaa
( ONM-ABO Gurraandhala 6/2022 )
Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo zoonii Waraana faashistii PP Guraandhala 5/2022 godina Qellem Wallaggaa ona Sayyoo ganda Abbaa Jaarraa keessatti ganama irraa tarkaanfii boombii konkolaataa 3F tokko irratti fudhateen 2 ajjeesee 3 madeessee jira.
Injifannoon Uummata Oromoof.
05/02/2022
Jaal Qabsoo Barii Oromoo
hangaa jettuu Geessuu kichuu kiyyaa Mirgaan naaf Galii!!
Namootni baay’een waan tokkoof wareegamuu sodaatanii calluma jedhanii jireenyatti utuu naanna’anii maraammartoon lafaan isaan rukutaa jira. Kaayyoo dhalanneefitti seennee maqaa dabarfannee haa darbinu.ani immoo kanaf hin dhalannee Nan jettee guyyaa tokko waan Jetteef jiraachuun Kee naa boonsaa jaal Jaal Qabsoo Barii Oromoo ( jishaa Araarsaa) Mirgaan naaf Galii Haadhookiyyaa kichuukoo!
Matii nuhii keessa dhalannee rakkoo Fi Gidiraa keessa yoo jiraatan illee ati immoo kaayyoo oromummaa Dhugaaf of keennukee Fi haadhoo jabduu taatee naaf dhalachuukee naa Boonsaa! Roorroo oromoof oromiyaa barnootaa Kee irra Akka qabsoo hidhannoon mirgaa uummataa keef Akka falmaatu sii godhee.
Qabsoo Fi Imaanaa
Kaayyoodhaaf Ganama
Amaanaa Goototaa
Gaalee Oromummaa
Aduu Oromiyaa
Bu'ura Tokkummaa
Waadaa lafeef dhiigaa
Mallattoo Eenyummaa
Ibsituu waan hundaa
Imanaa oromummaa
Sabaa ofiif Jiraachuun
Waan hundumaa caalaa!
Injifannoo fi Bilisummaa
Sabakee Galii Qaalikoo
05/02/2022
Mariin Biyyoolessaa inni kun Haga lipsuu ijaafuu adda citee hin beeku!
05/02/2022
Abbaan toltiii qee'eeen√√√√Wallaggaa\\\\Beeggiii
Like_comment argachuuf qofaa fb kana gubbaattiii suraa jajjabee post gochuun qoftiii buaa qabuuu WBO waan dandeessuun gargaariiii
05/02/2022
Oduu Gaddaa
Innaalliillahi wa innaa ileyhii rajii'uun
da'iimaa daqiiqaa murasa dura gamachuu lubbun bahu isaa gabaasnee amaa du'aan addunyaara boqachuu isaa dhagenyee. matii isaatif alii isaa hundaa fi warraa guyyaa meqa jalati lafa'ee isaa base hundaa Rabbiin isaan ha sabbarsiisuu.
Jiraa jirtuu oromo tenyaa
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Website
Address
Bilisummaa Oromo
Mecca
MAGEE123