Shaabuu Bediruu Page

Shaabuu Bediruu Page

Share

Numilkeessii yaa rabbii milkii biyyaa lama Asuman follow godha

31/10/2022

Rabbin jajjabina isiiniif hakennu

30/10/2022
30/10/2022

Obboleewwan naannoo Aggaaroo jiraattan namni Rabbiin isiniif mirgeesse boru Magalaa Aggaarootti salaata janaazaa Abbaakootiirra naaf dhaabbadha
Abbaa Rabbiin Erraa qeebalu hin beekamu jzk

30/10/2022

Qullubbii fi Zanjabiila walitti maknee dhuguun ykn soorachuun utaalloo/Diifafa nurraa qolachuuf fayyada!!

Qullubbii fi zanjabiilli Kulkula qaamaa dhoorkuu, keemikaaloota summaawoo qaama keessaa qolachuu( antioxidant), farra vaayirasii fi farra jarmootaati.
Kana malees Madiinummaa qaamaa ykn dandeettii dhukkuba ofirraa dhoorkuu waan olkaasuuf dhibee akka utaalloo irraa dafnee akka dandamannu nu godha.
Waqtiin kun waqtii utaalloo waan ta'eef qullubbii fi zanjabiila fayyadamtanii of gargaaruu dandeessuu!!
Galatoomaa!!
Dr.Abdulfetah Ibrahim

30/10/2022

Innaalillaah woyinnayilaahi raajihun
Rabbiin ija rahamataatin hayilaalu Abbaa Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa
Abbaan maccaa Gara Akiraa deemaniiru Jennatal firdoosin rabbin abadhaasu

Photos from Munir Entertainment Page's post 30/10/2022
Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Medina?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address


المدينة, السعودية
Medina
42311