Awal Arsii muneessaa

Awal Arsii muneessaa

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Awal Arsii muneessaa, Beauty, cosmetic & personal care, طريق مكة, Riyadh.

03/10/2021
22/07/2021

Akkam nagahaa jirtaan ilmaan ayyaa

Maal Mallisaa? 05/07/2021

https://youtu.be/vbJCqplAEBU

Maal Mallisaa? Provided to YouTube by TuneCoreMaal Mallisaa? · Haacaaluu HundeessaaMaal Mallisaa℗ 2021 Wabii Promotion & We Unlimited ProductionReleased on: 2021-06-29Auto-...

28/06/2021

Yaa Hacee…
=================
“Baga dubbattee himtee
Cabsitee dhugaa jiru
Akka Leencaa jiraatte
Hin beektu garaa hiruu

Geerartee dhaadatte
Barooddee bookkifte
Diinakee qullaa hanbiste
Booree garaa nu buufte

Sitti hin hafne yaa Hacee
Lolteetta lolchifteettaa
Dhukaatee akka qaccee
Sabakeef aarfamteetta

Ani Qaaliidha jette
Eyyee ati Qaaliidha
Dhugaadhaaf wareegamte
Si dhabuun nuuf qaniidha

Hin baafanna gumaake
Badee hin bade yaa Tiruu
Namni lubbukee nyaate
Badaasa fagoo hin jiru”

28/06/2021

Oduu Aaga!

Dammaqaa Mokonnan, itti aanaan MM Raashiyaa meeshaa woraanaa dhakaa deemee ture. Dubbiin akka herreeganitti hin deemne, harka qullaa biyyatti deebi’e.

Bilixiginnaa kadhaa didde, amma lola dhaabnee marii hunda galeessa ni qopheessina jedhanii jaarsummaa Ambaasaddaroota biyyoota alaa Finfinnee jiranitti, akkasumas EU’tti ergatanii jiru. Injifannoo guddaa!!!

Osoo jennuu, namni René Léfort jedhamu kun lammii Faransaayiiti. Qorataa fi barreessaadha. Itoophiyaa ilaalichisee yeroo dheeraaf qorannoo siyaas-diinaggee irratti godhee barreessaa nama ture. Odeessa gola mootummaa san nama argatu. Aangawoota TPLF woliinis nama saayibummaa yeroo dheeraa qabuu dha.

Via Aman Gare

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Riyadh?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Culinary Team

Attire

Website

Address


طريق مكة
Riyadh
12312