Ziyaad suufi

Ziyaad  suufi

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Ziyaad suufi, Beauty, cosmetic & personal care, Riyadh.

Photos from Saudi Arabia Oromo Community SAOC's post 23/08/2021
Photos from Oromia Media Network's post 21/08/2021
Photos 16/08/2021

Gaazexeessaa Itoophiyaatti mana hidhaatii gadhiifame haala isa mudate yoo himu..
Ani kan to'atamee guyyaan jalqaba Awuloo Miidiyaatti hojii jalqabe ture.

Duraan Tigraay TV irran hojjataa ture. Booda ergan abbaa qabeenyaa Awuloo Miidiyaa kan ta'e Atileeti Gabra Igzaabeeriin dubbiseen booda damee hawaasummaa irratti mindeeffame.

Guyyaa itti qabamne sanas ganaa hojjattootaan wal baree reefuma yommuun gadi taa'u ture.

Poolisoonnii fi hojjattoonni tikaa uffata siviilii uffatan waajira keessa seenuun harka ol qabaa nun jedhanii bilbilaa fi laaptooppii keenya fudhatan.
Turtii mana hidhaa fi mudannoo isaa guutuu dubbisuuf; 👉👉 https://bbc.in/3fXOVNO

16/08/2021
Photos 16/08/2021

Hidhattoonni amma Afgaanistaan to'atan Taalibaan eenyu?
********
Taalibaan jalqaba 1990moota keessa loltoonni Sooviyeet Afgaanistaan keessaa bahuu hordofuun kan Kaaba Paakistaan keessatti umameedha.

Isaanis dhiibaasaanii hariitiin dabaluun gandoota hedduu qabachuun booda bara 1996tti magaalaa guddoo biyyattii kan taate Kaabuliin to'atan.

Bara 1998tti ammoo Afgaanistaan harka 90 kan ta'u to'atanii ture.

Gareen kun adabbiiwwan seera Shariyaa cimaa labsanii ture. Warri dhiiraa areeda akka dheerreffataniif yoo gaafatan dubartoonni ammoo burkaa gutummaan qaamasaanii dhoksu akka uffataniif ajajaman.

Akkasumas, tamsaasa TV, muziqaafi sinimaa dhorkuun, ijoolleen dubaraa waggaa 10 mana barnootaa akka hin deemneef dhorkan.
👇👇

https://bbc.in/3CKvpOF

Photos from Ethiopian Broadcasting Corporation's post 15/08/2021
Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Riyadh?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address


Riyadh
12211