Mustaqin Ahimad

Mustaqin Ahimad

Share

Saudi Arabia Presearch

29/12/2021
30/07/2021

As wr wb jiraa jirtuu oromoo jireenyi biyyaa ormaa akkana qaba uuuuuff!!!!!

30/07/2021

Yaa Rabbii
Eegaa Nujaalatee nuun jibbin ๐Ÿ‘ˆ
Eegaa nurraa jaalatee nurraa hinjibbin ๐Ÿ‘ˆ
Eegaa ol nufuute gad nuun deebisin ๐Ÿ‘ˆ
Eegaa nusattartee nuun Qaaneesiin ๐Ÿ‘ˆ
Eegaa Eimaana nuuf kannitee nurraa Hin fudhatin๐Ÿ‘ˆ
Eegaa kharaa keetirra nu keese irraa nuun deebisin๐Ÿ‘ˆ
Eegaa ifatti nu baaftee dukkanatti nuun deebisin๐Ÿ‘ˆ
Eegaa nubarsiiftee nuun wallaalchisin ๐Ÿ‘ˆ
Eegaa Qalbii yokan Onnee teenya Eimaanaan nuuf jiiftee nun goggooysiin๐Ÿ‘ˆ
Eegaa nuuf tumsitee nurratti tumsiin ๐Ÿ‘ˆ
Eegaa nuu wajji taatee nurratti Tahin ๐Ÿ‘ˆ
Eegaa nu kabajee kabajaa nurraa Hin fuudhatin ๐Ÿ‘ˆ
Eegaa Qabeenya nuuf kannitee nurraa Hin fuudhatin ๐Ÿ‘ˆ
Eegaa fayyaa nuuf kannite nurraa Hin fuudhatin๐Ÿ‘ˆ
Yaa Rabbii du'aaii teenya nuuf Qeebali waan nuti siin khadhatiniis itti nuuf guuti ๐Ÿคฒ๐Ÿ˜ญโค๐Ÿ’ฏ

25/07/2021

Ashama harka fune jiraa jirtuu saahiba kiyyaa qaalali jiraa jdchuma fi oroto kiyyaa like godhaa?

16/07/2021

As wr wb Jirraa jirtuu umaata muslima laalan Falastiin garaa nama nyaata uuuuuuuuffffffff ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ

Profile pictures 14/07/2021

As wr wb Jirraa jirtuu oromooto

13/07/2021

Masha Allah

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Riyadh?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Website

Address


Riyadh
13316