Mamii show
Hawan hawwaa
24/06/2025
Tokkumman humna ๐
Dawaadha ๐คฃ๐
#ู
ุซุจุช18๐๐
Ilaaluu kee mirkaneeffadhu, like gochuu hin dagatin.
14/09/2023
'ibaa
"Namicha Xiyyaara Qulqulleessu tokkotu osoo xiyyaara keessaa qulqulleessuu kitaaba mata dureen isaa (Akkamittiin Xiyyaara balaliisuu dandeenyaa), "HOW TO FLY AN AEROPLANE FOR BEGINNERS (Volume 1).Kan jedhu argee dubbisuu eegale.
*Fuula (page) jalqabaa banee dubbisuu yeroo eegalu kan akkas jedhu arge! motora (engine) kaasuudhaaf xuqaa diimtuu kana xuqaa kan jedhu arge! Innis xuqee motora kaafate.
๐Innis baayyee gammadee fuula itti haanutti ce'e.....
*Akka xiyyaarri kun deemu yoo barbaadde xuqaa keelloo kana gadi qabi kan jedhu argee innis xuqaa keelloo sana xuqe.. Xiyyaarris ispeedii baayyee cimaadhaan lafarra deemuu eegale.
*Namichis baayyee gammadee Xiyyaara kana qilleensarra balaliisuuf gara fuula sadaffaatti darbe.
*Fuula sadaffaa irras Xiyyaara kana qilleensarra balaliisuuf xuqaa magariisa kana gadi qabi kan jedhu arge. Innis achumaan xuqaa magariisa sana xuqe! Xiyyaarris akka ajaayibaatti samiirra balali'uu eegale๐Namichis baayyee gammadee!
๐Imala daqiiqaa 20 booda Xiyyaara kana lafa qubachiisuu barbaadee (page) fuula 4ffaa dubbisuuf yeroo kitaabicha banuu akkas kan jedhu argee ๐ Xiyyara akkatti qubachiisan baruuf kitaaba volume lammaffaa mana kitaabaa sinitti dhiyoo jirurraa bitadhaa kan jedhutu jira๐คฃ
๐Dhaamsa: Waan tokko odeeffannoo guutuu osoo Hin qabaatiin Hin eegalin"
๐ Mamii show add follow godhaa, akkasumas hiriyoota keessaniif share godhaa. Addunyaa jaalala join godhaa
Magal waloo ๐ค๐ฅฐ
Reโee Arbaa ๐๐ค๐
Redio harar ๐๐๐ค
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Address
Riyadh