Farhan Yusuf

Farhan Yusuf

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Farhan Yusuf, Beauty, cosmetic & personal care, قرطبة, الرياض, السعودية, Riyadh.

30/09/2025

Har'a Magaalaa Adaamaa,Ollaa Boolee naannoo Waan Gaariitti,Kilinikiin Dirre Dawaa Ustaaz Ammaar fi Dr. Hamzaan hundeeffame eebbifameera. Kilinika kanarratti gareen keessummoota kabajamoo fi hawaasni keenya irratti argamaniiru.


✅ Kilinikni yaalaa kun hawaasa tajaajiluu fi fedhii eegumsa fayyaa isaa kan guutudha.
✅ Laaluu dhukkubsattootaa salphisuu fi qaawwa tajaajila yaalaa irratti mul'atu hamma tahe guutuuf.
✅Haala Yaala addaa biyya keenyatti hedduu hin qabne,Dubartootaa fi dhiirota adda addatti ogeeyyii adda addaatiin ni kenna.
✅ Firii walta'iinsaatiin harka tokko ta’anii mallaqa guddaa itti dhangalaasuun Kilinika amanamaa fi ugeeyyii gara hedduun rogeeyyii tahan of keessaa qaba.

RABBIIN hojii kana hojii magaalaa tokkorraa dagaagee addunyaa keessa bargaagu isaaniif haa godhu.

Nama keenyaan,nama keenyaaf!

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Riyadh?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address


قرطبة, الرياض, السعودية
Riyadh
13245