Muñira ilu

Muñira ilu

Share

اللهم صل وسلم على نبينا محمد وعلى آله وأصحابه أجمعين

13/07/2023

As wr wb
Jirtuu
Nabii muhammad irratti salawata busaa
صل الله عليه وسلم

29/06/2023

Maqaa Ganamaa Magaaloota Oromiyaa 👇👇
= = = = = = = = = = = = = = = = = =
1. FINFINNEE - Addis Ababa
2. AGAMSA - Markaatoo
3. BADDAA EJERSAA - Ras Kaasaa Sefer
4. BAAROO KORMAA - Xuqur Anbassaa
5. BIRBIRSA GOOROO - Piassa
6. Caffee Araaraa -sidist kiiloo
7. CAFFEE aannanii - Meksiikoo
8. CALCALLI - Saar-bet
9. DAALATTII - 4-kiiloo
10. DILDILA ADURREE - Inxooxxoo
11. GARBII - Senga-taraa
12. GOLBOO - Ceerqoos
13. GULALLEE BADHAASOO - Qeeraa
14. HURUFA BOOMBII - Jaan-Meedaa
15. QARSAA - Kaasaanchis
16. ADOOLAA - Kibre-Mengist
17. BULEE HORAA - Hagere Maariyaam
18. EJEREE - Addisaalem
19. ROOBAA - Nifaas Silk
20. ADAAMAA - Naaziret
21. CIROO - Asebe Teferi
2.BISHOOFTUU - Debre zeeyit
23.BOTEE - Maqii
24.BAATUU-Ziwaay
25.Amboo - Hagerehiwoot
26.Sabbataa - Alamganaa
27.Hoolotaa - Gannat
28.Walisoo - Gihoon
29.Tulluu eegduu - Menagesha
30.Haroo sabbuu - Alem teferi
31.Roobee - Goobbaa
32.Lammii - Lamii
33.Birbirsa - Georgis Church
34.Dhekkaa - Yeka
35.Dhooqa booraa - 22 mazoria
36.Doobbii - Qacanee
37.Laga harree - Laga haar
39.Dabbassoo - mashalookiyaa
40.Haroomaayyaa - Alemaya
41.Bakkanniisaa - Mekanisa
42.Bookee - Bethel
43.Qarree Gowwaa - Gohatsion
44.Haxaaii - Axaayyee
45.Abbaa Guuguu - Aarbaa guuguu
46.Dirree Dhoaa-Dire dawa
47.Karaa Maraa - Kaarra Maarraa
48.Saa Gurree - Saaguree
49.Naqaadallaa - Maqdela
50.Melka jaldu - Melka Jebdu
51.Naqqamtee - Lekemte
52.Karaa Qoree - Karaa Qorree
53.Illuu Abbaa Booraa - illuubaaboor
54.Oboraa - Waabaraa
55.Dhedheertuu - Dertu
56.Yaaa baloo - Yabello
57.Qolan Koomii - Welenkomi
58.Hara Dambal - Zway
59.Cuqqaalaa - Ziqualla
60.Mataaharaa - Metehara
61.Arsii - Aruusii
62.Bishaan Diimaa - Bisdiimoo
64.Qoqaa-Koqa
65.Mandayyoo - Fasil Awuraja
66.Bishaan Dhinsaa - Yilman Dinsa
67.Haqaaqi - Akaki
68.Irreensaa - Gudeellaa
69.Shaamboo - Shaambuu
70.Ilaalibalaa - Lalibela
71.Fincaaaa - Finca
72.Abboomsaa - Tinsae birihan
73.Hora - Filwuha
74.Hawaas - Awash
75.Qaalluu - Kality
76.Laga Qamalee - H/Giorgis Dildiy
77.Wal-arga - Wellega
78.Tulluu Daalattii - Tiliku Betemengist
79.Addababaii - Adebabay
80.Qilee - Asko
81.Suluula Garbii- T/Haimanot 82.Awwaaroo-Aware
83.Adaamii - Rufael
84.Sheik Hojole/Didiimtuu - Shegole
85.Waddeessa - Chercher Godana
86.Tulluu Ejersaa - Hanna Mariam
87.Lumee - St.Joseph
88.Labuu - Siga meda/Tatek
89.Laaftoo Tumtuu - Buna Board
90.Tulluu Dheertuu - Gofa Betemengist
91.Tulluu Heexoo - Buufata Poolisii Jahaffaa
92.Laalii - Intoto Mariam
93.Burqaa Ejersaa - Faransay Imbassy
94.Caffee Muudaa - Lideta
95.Dhakaa Araaraa - sherathon & Hilton area
96.Dolloo Buddeenaa - Gotera,Wello sefer &
97.Dhummuugaa - Ginfille
98.Fiichee - Xalian mishig
99.Golbaa - Addis ketema
100.Hadaa - Tele,Garaj,Cerkos Betekiristan
101.Harawa - kaca Fabirika
102.Harbuu - Gurd Shola
103.Harbuu Irreessaa - Ras Hailu Sefer
104.Hulluuqa Kormaa - Istifanos
105.Jaajaa - Bihere Tsige
106.karaa Qorxii - Belay zeleke Qilxu straight
107.Burqaa Qorichaa - Yeka Michael, Around Kebena river
108.Hurufa Raaree - Around Bus Station
109.Keelloo Masqalaa - Around 4-Kilo Campus & Betekiristan area
110.Riqicha Alloo - Engliz & Russia Embassy
111.Caancoo/Arsii - Debre Selam
112.Bulikaa - Bulga
113.Collee - Debre Sina
114.Dheedheeraa - Dadar
114.Erar - Yarar
115.Gaara sibiiluu - Minilik Gibbii
116.Hankoober - Ankober
117.Goodaa Boombii - Tatek Defer
118.Bubbee - Yirga Dejen
119.Ganda Aliyyuu - Gandaliyyuu
120.Haadha Adii - Adaadii
121.Walda`a - Woldiya
122.Madaaroo - Ayertena
123.Kuukkuu - Hagere Marian
124.Jajjuu - Yejjuu
124.Tulluu Diimtuu - Bahita Gebriel
125.Tulluu Maraa - Tulluu Amaaraa
126.Wacaalii - Wucaalee
127.Waabee Shabal - Waabee Shebele
128.Malkaa Abbooshee - Baambiis
129.Mandooyyee-Baalee - Faasiil
130.Xarroo - Atana Tera

Muñira ilu follow godhaa

26/06/2023

Hwwiin nama kayyoo
Qabuu guyyaa tokkoo
Galamaa ni gahaa

26/06/2023

Dhugaa ketii

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Riyadh?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address


Riyadh