SADUNi/MAN/ORO
Redu come
Hirmaataa olaanaa ta'uu kee fi tarree hirmaattota koo torban torbaniin keessa galuu keetiif galatoomi! Riyad Ahimad, Izaddin Mahammaad Page, صالح بازياد, علي علي, Faiza Musxafa, محمد الحميدي محمد الحميد
😂🤣😂🤣
15/07/2024
buche ko Ati jirta ammayyu💔💓💚💙💔💔
13/07/2024
Wanti kaleessa galagala Godina Jimmaatti sagaleen dhagahamee, hawaa keessaa bu'e jedhamaa jiru, ija saayinsiitiin yoo ilaalamu!
jechuun maali?
Meetiyooraayitiin dhagaa ykn sibiilota hawaa irraa dhufanii imala isaanii hawaa keessaa lubbuun hafanii lafa ga'aniidha. Qaamota gurguddoo kanneen akka astirooyidii, koomeetii ykn meetirooyidii irraa maddan. Wantoonni kun yeroo qilleensa lafaa keessa seenan meetiroo jedhamu. Yoo ho’aa fi wal-nyaatinsa cimaa irraa lubbuun hafanii lafarra bu’an, "meetirooyitii" jedhamanii waamamu.
💐Gosoota Meetirooyitii.
Meetirooyitoonni gosa gurguddoo sadiitti ramadamu.
1. Meetirooyitii Dhagaa: Irra caalaa albuuda siliikeetii irraa kan ijaarame.
2. Meetirooyitii Sibiilaa: Irra caalaa sibiilaa fi niikeelii irraa kan ijaarame.
3. Meetirooyitii Dhagaa-Sibiilaa: Albuuda sibiilaa fi silikeetii baay’ee kan of keessaa qabu.
💐Miidhaa Meetirooyitiin uumu sadan.
👉Meetirooyitoota Xixiqqaa: Yeroo baay'ee qilleensa keessatti gubachuun miidhaa xiqqaa ykn homaa hin geessisu. Yoo gubbaa gahan yeroo baay’ee boolla xixiqqoo uumu.
👉Meetirooyitii Giddugaleessaa: Bakka dhiibbaa fi anniisaa irratti hundaa’uun ibiddaa fi barbadaa’uu gamoo dabalatee miidhaa guddaa geessisuu danda’a.
👉 Meetirooyitii Gurguddoo: Miidhaa balaa geessisuu, boolla gurguddaa uumuu, ibidda jalqabsiisuu fi yeroodhaaf haala qilleensaa jijjiiruu danda'u.
Kanaafuu taateen uumame jedhamu kan uumamuu danda'uu fi akka addunyaatti guyyaatti meetirooyitii 10-15 akka lafa bu'an ragaan astroonoomii ameerikaa ni ibsa.
Nagaadha. Kun taatee dhalachuu danda'uudha.
John Ahmed AbaMilki
13/07/2024
With Redwan Khalil – I just got recognized as one of their top fans! 🎉
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Telephone
Website
Address
Riyadh
16/07/2024