Aa'ishaa Adem

Aa'ishaa Adem

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Aa'ishaa Adem, Health/Beauty, Riyadh.

SOMMANIII DHUFAA JIRU KUN!!!
=Gadda didee
=Gammachuu fidee
=Du,a didee
=Jireenya fidee
=Rakkina didee
=Qabeenya fidee
=Boo'icha didee
=Kolfa fidee
=wallalumma dide
=beekumsa fidee
=Injiifatamu dide
=

25/05/2024

Lola addunyaa lammaffaa kan qawween lolan mee

25/05/2024

Lola addunyaa lammaffaa kan qawween lolan

20/03/2024

RABBIIN Rizqii halaal:-
🚩Tan barakaa qabdu
🚩Tan dhuma hin qabne
🚩Tan fuula namaa irraa ittiin duroomtan
🚩Tan Aanaa keessan ittiin maxxanfattan
🚩Tan Rakkataa ittiin gargaartan
🚩Tan beelaawaa ittiin nyaachistan
🚩Tan dheebootaa ittiin obaastan
🚩Tan hiyyeessa ittiin dureessitan
🚩Tan RABBITTI ittiin dhihaattan
🚩Tan dhukkubsataa ittiin wallaantan
🚩Tan haraam irraa ittiin fagaattan
🚩Tan nama hiraare ittiin gammachiistan
🚩Kan liqiin irra jirtu liqii irraa baastan
🚩Tan mana RABBII ittiin ijaartan
🚩Tan madrasaa ittiin ijaartan
🚩Tan karaa RABBII keessatti baastan
🚩Tan misooma biyyaa ittiin guddistan
🚩Tan jannata ittiin seentan

👉Waan toltuu ja'amaa hunda tan toltu itti Hoojjattan RABBIIN isiniif haa kennuu🤲
Edit by waan toltuu

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Riyadh?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Address


Riyadh