Abdii Hajii Abduqadiri Page

Abdii Hajii Abduqadiri Page

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Abdii Hajii Abduqadiri Page, Beauty, cosmetic & personal care, Boston, MA.

11/29/2024

Akkami jiritu dhukubii mataa isiniti tayyaa malee natii hin tatanu yoo rabii jedhee wotii huduu haraka koo jira ok 😜Abdii Hajii Abduqadiri

03/07/2023

Godiinni Gujii Hiriira mormii itti fufee jira. Haga ammaa Gama Mootummaan waanti jedhame hin jiru. Akka ragaaleen tokko tokko agarsiisutti sochiin mormii ta’aa jiruu,hanga karaa konkolaataa cufuutti deemameera. Uummata kanaan waliin mootummaan taa’ee ,gadi bu’ee marii hin godhu taanaan dubbiin kuni kan ammaa caala ulfaataa akka deemu shakkii hin qabaatu. Gama biraatiin Uummanni Booranaa beelaan dhumaa jira. Gargaarsa atattamaa barbaada, gargaarsi deemaas jira . Mormiin kuni ol guddannaan garuu gargaasi kuni danqamuu fi rakkoon caalu mudachuun mala. Mootummaan Uummata kana walitti fidee marii gochuu qaba. Uummanni Booranaas ta’ee Gujiin, uummata aadaa fi duudhaan akkasumas Gadaan bulu. Marii fi jaarsummaatti uummata amanani. Itti dhiibaa Amma mootummaan godhe kanaan garuu eessaayyuu hin gahu mariitti deebisuun fala.

03/03/2023

Garee shiraa akka lama jirti. Isiin duraa Oromiyaa irraa kaatee federaala iseente. Inni lammataa ollaarraa kaatee Oromiyaa seente. Gareen shiraa tun maqa'aa fi sadarkaan aangoo garaa garummaa qabaattuu malee ijjannoo fi ergami isaaniille tokkuma. Lamaan isaaniituu fi dha.

Gareen shiraa tun woggoota heddu'uuf shiraa turte. Akkaataa Gujii ittiin dadhabsiisanu (diinagdeen, siyaasaan, haqa dabsuun) waan godhamuu qabu hunda godhaa turan. Bifa biraatiin ammoo tasgabbii uummata keenna dhoogguun woraana karaa lammaan (hidhattootaa fi gama mootumma'aatiinille) guddaa keenna, beekaa keenna, barataa keenna, haadholii fi abbootiibteenna ijjeesaa turane.
Gareen shiraa karaa biraatiin maqaa dabaa Gujitti keyuun uummata mormaa godhanii, uummata keenna uummata nageya jibbu godhanii maqaa balleessaa, uummata hin ajajamne godhanii doorsisaa turan.

Gareen shiraa ka olla'aa fi nu keessa jirtus gara Oromiyaa yaatee gubboo kanfalaa, akkaataa Gujiin ittiin cabu, akkaataa lafti Guji'ii ittiin ciramtu, akkaataa qabeenyi Guji'ii ittiin saamamu ka dande'an karoorfataa ka dadhaban itti kadhataa woggoota hedduu turan.

Dhimma kana bakkaan gahuuf garee misoomaa fakkeessanii dhaaba mataa isaaniitiin dhaabatanii albuuda lafa keennaa saamaa turan. Nama mormu ijjeesa, hidhaa, dhabamsiisaa, kaan biyyaa ari'aa turan. Gama biraatiin ammoo labsii yeroo muddamaa maqaa jedhuun akka hin dubbanne, akka hojii idilee hin hojjanne maqaa haala yerootiin nama meeqa mana hidhaatti guuran.

Amma dubbiin achi dabartee gareen shiraa ta olla'aa hanga Oromiyaa ijaarramte lafaa fi daangaa dhiibanii gumaata kennanii lafa gadha'aa fi miila Guji'ii kutachuu isaanii miidiyaa isaaniitiin ibsatan...
Dhimmi kun waan hedduu akka yaaduu qabnu nu godha!
Amma garuu hacuuccaa fi miiccaan haga tarte.
Maqaa badiin haga dabarte
Ijjeechaa fi mirga namummaan jiraachuu dhabuun sara tarte!
Cichinee mormanna!! Mormuun fala!

Photos from Abdii Hajii Abduqadiri Page's post 03/03/2023

Baqatoota Libya 🇱🇾 keessaa jirani yoo qabana wani godhani lallaa mee bilbila irraa guratani ofii nama seerraa ttii

02/27/2023

Gujii Koo kana hundaa Kan si baachise garbbummaa akka ta'e beeki
Albbuuda kee Kan Waaqi umamaan sii kenne
humna sirraa fudhatani dhufee darraan Hundi si jalaa saamee darra, garuu ati beelaa dararantee Hongee woxalantee horii kee ka ati horsiifatee ittin ilmee barsiifachaa ittin guddifattu Hongee sirraa hobba'e ilmaan kee beela'aa jiran.
Isa kana jalaa bayuuf waan 2 qofatti jira:
1. Tokkummaa horachuu
2. Waaqa kadhachuu
waan kana yoo goone rakkoo tana hundumaa jalaa bayuuf dandeenna.
@ Hongee jalaa bayuuf namni Hundi garaa qulqulluu walitti araaramee waaqa kadhachuu
Isa kana goonaa Hongee jalaa salphatti bayuu dandeenna.
@ Qabeenya ke Kan sirraa fudhatamee yoo tokkonne qofa kana deeffachuu dandeennu/dandeenyu.
kanaafuu, Tokkummaa nu barbaachisuuf re?
Haa tokkonnu tokko ta'a.

:

Godinoota Gujii keessatti Qabeenni/Qabeenyi Uumamaa Kan jiru Gujiifi Oromoo hundaa bira darree Addunyaalle jirjjiruu danda'a,garuu Qabeenni sun Hadha uummata Gujiif waan tokkolle fayyadaa hin jiru
Fkn Gosoonni Albbuuda jiranuuf Hundi Gujii keessa ni jira, Albbuuda San Kan itti fayyadamaa jiru Gujii adoo hin taane Alagattuu itti fayyadamaa jira.
Gujiin irratti Ajjeefamaa jira irraa ari'amaa jira, irraa godaansifamaa jira.Kemikaalli naannoo Albbuuda Sani ittin fayyadamaa jiranuu Lubbuu qabeeyyi irratti waan ilti/ Iji namaa arguu hin feene rawwataa jira.

Fkn: irratti

Albuunni Laga Dambii Kan argamuu Godinaa Gujii Bahaa Aanaa Iddoo Shaakkisoo keessa.
bara 2018/ 2010 Lubbuu qeerroo baay'ee sababa Albbuuda Laga Dambii saniif baatee jirti, Woreegama baay'ee irratti kanfalamee jira ,garuu wonni haga ammatti sirra'e hin jiru
Dargaggeessi Albbuuda San barbaadachuuf dhufe akka bosonutti ykn akka Buuddanneti Xiyyitin yk Qawween ajjeefamaa jira
namoota sababa Albbuuda Laga dambiittif jechaa bara 2018 hiriiraa irratti ijoollee jalaa woreegamaniif wonni dubbatamee ykn deeggarsi wonni godhameef hin jiru, kun ka akkasitti hafeef tokkummaa dhabuu keennafi akkataa itti nu tuffatan qofa akka ta'e beekuu qanna. Bu'uuraleen Misoomsa Kan hojjatamee jiruu tokkolleen hin jiru.



Albuunni qanxxichaa kan inni argamu Godinaa Gujii Bahaa Aanaa Sabbaa Boruu keessa
albuunni kun bara Woyyaane biyya bulchaa turte keessatti garmalee samamaa biyya Tigiraayi ittin misoomsa turte. yeroo San keessatti Ilmaan Gujii baay'een Qawweefi Maaqii bisaanittin/Bishaanittin dhumanii jiru garuu waanti sun wonni dubbatame hin jiru
achummaan Ilee bishaan buute teete
Qabeenyi Gaafa San saamamee biyya Tigiraayi ni misoonse garuu Gujiin dhala itti dhabee qabeenyalle dhabee sagaleelle dhabe.
Albuunni Laga Qanxxichaa haga sanii asi adoo harka Gujii hin galiin Mootummaa PP( Mootummaa Baadhaadhina) jedhu kana harka galee, ammasi deebi'ee akkuma bara Mootummaa Woyyaane San dhala Gujii nyaachaa Albbuuda sanisi Qaama hin beekannen saamamaa jira . Garuu Gujiin yeroo ammaa Sababa Hongeefi Woraanaa irraa Kan ka'ee we're isaa irraa buqqa'aa garaan dhumaa jira.
Horii duri ittin bulu sababa Hongee woggaa Shan(5) walfaana itti fufee jiruuf loon sanille dhabee harka duwwaa hafaa jira.
kanaafuu, rakkoo tana jalaa bayuuf waan godhuu qaddu beeki:
. waljaalladhaa, waliif dhiisaa, garaa qulqulluu waaqa keessan kadhadhaa yoosi waaqi Hongee tana nurra dabarsuu danda'aa.
Tokkummaa horadhaa malaafi Marii qabaadhaa yoosi haqa keenna kan nurraa saamamee deeffachuu dandeenyaa.
Sharukan Abo

Photos from Abdii Hajii Abduqadiri Page's post 02/24/2023

It's heartbreaking to see the people of Borana dying of hunger, with no one to care for them. Everyone, please come forward to help these people!

02/23/2023

From to , the (mafia group) funded entirely by and the European Union continues to carry out mass expulsions and abandonment of people in the murderous Libyan-Chadian desert

We condemn the publication of in the Sahel region

The European Union must comply with human rights!

02/22/2023

Tragedy‼️‼️

Yesterday, a boat carrying 80 people sank from the Al-Khams On road to the other shores of the Mediterranean Sea off the coast of Qasr Al-Khair. 11 bodies have been recovered, 7 bodies are alive while 62 people are still missing in the depths of the marine cemetery.

is not safe

02/21/2023

Ajjibbaa ka oromo kunii gafaa atii lubbuun jirttuu si hin jaalataan gafaa atii dutee qofaa ka isaan si jaalataan gafaa abban daaima qarqarsaa barbada jedhaa turee namani tokko post hin goone ardha gafaa mucaan du'ee mammado fi faxee hundii post daachii baleesite hayii oromoo!!😥

Photos from Abdii Hajii Abduqadiri Page's post 02/16/2023

LIBYA 🇱🇾
14.02.23 - The Libyan Red Crescent (Al-Khums branch) together with the police recovered 11 bodies of migrant women among sub-Saharan origin stranded in the region of Qasr Al-Akhyar. The bodies have been transferred to authorities for completion of procedures.

02/12/2023

Akkuma suuraa irraa agartan Haadha daa'ima lama hoosiftu. Horiin gogiinsaan jalaa dhumeera. Jireenyi isaanii yaaddoo keessa galeera. Ijoollee ishee waan guddistuun dhabdee jirti. Abdiin isaanii Waaqa!
Horiin hin jiru; Bisaan afaanti dhugan hin jiran; midhaan hin jiran🥺

Suuraa: godina Boorana, midiyaa

Photos from Abdii Hajii Abduqadiri Page's post 02/06/2023

Inna lillahi wana ilayhi raji'oon Subhan Allah
Earthquake in Turkey and Syria
Earthquakes in turkey and Surya are very sad. 1141 people died in the movement. More than 5000 people have been injured.

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Boston?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Website

Address


Boston, MA
02126