Duromsa sabit page
Masha Allah this world 🌍🌍🌍🌍
07/10/2025
Happy wedding bro kiyya
02/09/2025
Dure man is LIVE | TikTok Check out Dure man LIVE streams on TikTok! Watch, follow, and discover the latest content from Dure man.
07/08/2025
BALLOND,OR 2025
01/08/2025
Trump: "Deegarsa namoomaa gara Ga*z💔zaa 🇵🇸 erguuf cimee hojjataan jira"
30/07/2025
Allah is Great
29/07/2025
Oggeessa Yaalaa (Narsii) ta'ee reen*faraa warqii hate hidhadhaan adabame
Himatamaan Yonaataan Damiisee Hojjetaa Hosipitaala Jimmaa kan ta'ee gaafa guyyaa 4/11/2017 Aminaa daawud kan jeedhamtu kanaan dura isaa birati deddeebitee yaalama kan turtee wan duteefii akka ogeessaa ammaas ishee gargaaru fakkeesee reefa isheeraa warqi mormaa giraama 8 irraa fudhatee maatiin reenfa fudhatee yammuu ilaaluu warqiin morma ishee irraa akka hin jiree beekanii pooliisiif heeru keennan poolisinis qoranna taasiiseen himatamaan kun fudhachusaa fi qarshi 50,000 Gurgurusaa Amanuun,galmeen qulqulla'ee Mana murtii Magaalaa Jimmaa gaafa guyyaa 18/2017 dhadachaa oleen Hidhaa waggaa 1fi baatii 2 irratti murteeseraa
I/G/K/M/H/K Po/Aanaa 2ffaa I/A/Ins Dabalaa Abarraa Akka ibsaanitti waadaa Ogummaadhan waadaa galaanii Haawaasa isaanii kan tajajiilaa jiraan baay'een kan jiraniifi namotni akkasi jiraachu isaani beekudhaan of egganno guchuu qabna jedhaaniru, keessumaatuu Hospitaala keessatti dhukkubsachisaa fakkaachuudhanis haana kan raawwatan waan jiraniif of eggaachu qabna jedhaaniruu. (KQPMJ)
27/07/2025
Xayyaaronni muraasni qabeenyummaan isaanii kan Jordan fi UAE ta'an hojii qil'eensa irraan deegarsa Ga*z💔 zaatti gadi harcaasuu kana irratti hojii bareedaa hojjataa jiru. Keessumaa gama kalattii kibbaatiin.
Addatti xayyaaronni sadii ergamasaanii kana sirnaan ba'achaa jiraachuu kan eere gabaasni TV Jordan, xiyyaarri kunneen lama kan Jordan tokko ammoo kan Emirates ta'uu gabaaseera.
26/07/2025
Konkolaataan fe'umsaa kun hundi gargaarsa toonii dhibbaan lakkaa'amu ummata keenya Ga*z💔zaaf 🇵🇸 qaqqabdiisuuf tarree galanii warra dhaabbachaa jiraniidha. Garuu Uz*rael akka isaan hin seenne dhorkitee jennaan dhaabbachaa jiru.
Biyyoonniifi dhabbileen garaa garaa konkolaattoonni kunneen deeggarsa kana qabatanii seenanii akka ummata beelaan dhumaa jiruuf qaqqaban Uz*rael irratti dhiibbaa akka godhu Tiraampiif iyyannoo gaafataniti