Tumsaa Daandii Haqaa
Yes
05/06/2023
Bara Sana Dhaamsa Guddaa ture.
Garuu.....
Hagabuu Karaa Gubbaa
Amma qoosaan nu hin baasu. Ummati keenya gidiraa hamaa himuufuu ulfaatu keessa jira. Sana hiikuuf karaan nagaa callaa dha. Nagaa ammoo mariitu fida. Marii gubbaatti yaadi fedheeyyuu ka'uu danda'a. Wanti guddaan jiruu fi fedhii ummataa geddugaleeffatanii dhawaataan addooma dhiphisuu dha. Mataa jiru irratti qarree qoru. Aangoon ummata malee gatii hin qabu. Rakkoon ummataa yoo nu quuqe wanti ulfaatu hin jiru.
Eeyyeen dhuguma. Nagaan utubaa waa hundaati. Ammoo Gatiin nagaa nu warra magaalaa mana hoo'aa keessa diriirfatee jiraatuuf guddoo hin galu. Haadhaa hiyyeessaa isii badii malee qe'ee buqqaatee daa'imman xixinnoo waliin hagabuu isii rooba keessa karaa irra bultuuf garuu ajandaan nagaa caalu hin jiru! Isiif jecha qoosaa dhiifnee nagaa haa dubbannu! Nagaaf yaa hojjannu!
05/06/2023
Dhageesanii?
Tumsaa Daandii Haqaa Send a message to learn more
Waan si Mudateef murtoo kennuun dura Waan boor tahuu dandahu Tilmaamuun gaarii dha.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Telephone
Website
Address
Lasvegas
Las Vegas, NV
LOVE@ME