Artist Diriirsaa Elemoo
Music
Morkaa hin qalatanii
Yeruma qalatan dhoorgatan.
Namaatu horii qalatee foon na dhoorgate jettee atis kaatee hin qalattu.
Garuu yeruma atis qalatte dhoorgatta!
Dubbii Oromooti.
Jiraa Salphisuun,
Jalaa cal’isuudha!
Bifti ykn fuulli bareedaan ni dullooma.
Qaamni ykn uunkaan dansaan ni jijjiirama.
Onnee bareedduun garuu hin jijjiiramtu, hin dulloomtu.
06/11/2023
Bara kanas arginee jirra.
Namni jiru waanuma hedduu arga.
12/26/2022
Aadaan jechuun daawwitii eenyummaati.
12/26/2022
qalii waraa baboo ♥️💚♥️ on TikTok qalii waraa baboo ♥️💚♥️'s short video with ♬ original sound
Dabaa karaa gamaa
Daddabaa karaa gamanaa
Waa anaa mitii
Karaa galaatu kana ❤️
Dabaa karaa gamaa
Daddabaa karaa gamanaa
Waa anaa mitii karaa galaatu kana.👌
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Telephone
Website
Address
1108 E 17th Street
South Sioux City, NE
68776