Haqa qabna moona
Ni m***a
Oromoo dammaqi!
OPDO'f habashaan gaaf rakkattu
Si faarsaa
Gaafa itti tolu si arrabsaa
Qeerrootti maqaa baasaa
Akka baalaa si harcaasaa.
Sanuu hamtuutti si waamaa
Ati ibiddaan waxalamaa
Ilmaan jaraa bahargamaa
Hin duulin duula Ormaa
Isa qomoo keerraa
Mure harmaa
Hin ergamin OPDO'f
Ergamtuu biraandii
Haqni saba keetii
eessaan eegamaa barbaadii
WBO'n kee jabeessi
09/25/2021
Taayyeen dantaa isaa.
Anaaf wanti isaan godhan diraamaa tahe jedhan taphatan natti fakkaata.
Osoo dhugaa taheefuu aab. Taayyee jijjiirraa bilisaatiinuu ofitti hin fudhatu.π€£π€£
Waslaata kana.
Mee Itoophiyaan isaa maaf Fiqaaduu Tasammaa isarraa hin baasin ree?π
α¦α
dead~Najisa tagoogooti.
Taayyeen osoo ni xaragaman jedhu xaragamee....!?
Dhiigaaf haqni Oromoo ganaa wal isin xaragsiisa.
girroo koof!
biyya wal waraantu ofi ishee waliinii
Ummatni ishee wal qoodee
Wal nyaata sabaanii
Fiixa lola labse sabootatti
Minilik ol qabnu malee
Jedhee tigrootatti
Aanole diigan malee
Jedhee Oromootti
Summii
Facaasee biyyatti
Diignu malee jedhee
Ilaalcha sabummaa
Dhagahuu hin fedhan
Oromummaaf tigrummaa
Lalisu qaba jedhan Itoophiyyummaan
Sun waan hin yaadamne
Baruu qaban duraa
Saboota balleesinaatti
Miilana Amaarri daaraa
Itoophiyummaaf kasaaraa.
08/26/2021
Kunis waan qabu darbate.
Warri OBN kun immoo waan nyaatamu irraa hin fagaatanπ€£π€£
08/26/2021
Nifxiin akkanatti yaaddi.
Gadi badii wahiidhaa.!
OPDO(Badhoo) waan duruu daran namummaa Afwarqiitu keessaa fudhatee gale moo.....maaf ilma hiyyeessaa bilaasha ibidatti qisaasuu..?
Maaf Ummata biyya hiyyeettii tanaa hiyyummaa, beelaaf carraa isaa wajjiin itti tumsanii daranuu hiraarsu..?
Maaf qabeenya biyya tanaa kan wayyaanee wajjiin waggaa 27 saamanii saamsisaa turan kan deemanii daboo waraanaa waamatanii mancaasan ammas deebi'anii lola kaabatti (N/Amaaraa) keessatti gaggeefamaa jiruun irra deebi'anii kunoo TDF(waraana wayyaanee) badhaasaa jiru.
Yoo baay'ina konkolaatota TDF'n guyyoota sadeen kana keessatti booji'amanii yoo ilaaltu(60 ol) α°α α αα£ α°α½α¨αα«αͺαα½ jechaas hin dhageennee akka Diroonii san kun naaf galuu dide.
Walii galatti OPDO'n namaaf qabeenyaa biyyi tun qabdu duguugdee bararuuf haala mijeefataa jirti fakkaatti.
OPDO'n silmiidha.
OPDO'n mortuudha.
OPDO'n garaa keessaa dubbattee waan jette dhageettanii ;
" Yoo an du'e coqorsi hin margin " jette jedhama.
Biyyaaf nama biyyi qabdus akkasittiin jiru.
Safuudha.!
Har'aaf rakkanus boritti hin qaanofnu.
Sababni isaa saba hin miine,hin ganne, hin hanne.
Gerba
Tefa
Ragesa
Ayena
Borena
Begna
Teha
ka Oromoo
Dawit Abdeta
Diribsa
OROMOO POLITICAL PRISONERS MUST BE FREE WITH OUT ANY PRE CONDITIONS.
for Ethiopia to continue by peace it must give peace to Oromoo poeple.
If not no peace absolutely !
08/22/2021
Maqaan leenjii waraanaati.
Gariin ni rafa, garaan walitti marama, gariin akka harree gangalata, gariin waaqa kadhata fakkaata, ......
Garuu hunduu maqaaf leenjii waraanaati.
Biyya raajii.
Namni jiru waa heddu arga.
PP'n shiroo barbaree,sangaa,namaa fi sa'as biyyaa fixxe.
08/21/2021
Maal baasuuf dhama raasu jedhe Oromoon yoo makmaaku.
>Hiriirri deegarsaa,
>sangootnii RIB'f bitaman,
>liyyuu hayliin naanolee,
>waraanni Eertiraa,
>mindaan hojjataa moottummaa,
>maallaqni abbootii qabeenyaa, >dirqiin deegarsi dhaabilee fayyaa dhuunfaa,
> barbareen ummataa, >mooyyee tumaan ,
>duulli kitat(αα°α΅ ),
>hunduu αα° leenjii,
>wal tajjii dirqii tan ummata bal'aa fi kkf hundi (PP) kufaatii irraa hin fayyisu.
Kan waan ajjeese kaasu rabbii guddaa qofa.
ααα¬ nagaan boqadhu.!π
08/21/2021
Baga moote.
Congratulations!!!
ππππͺ
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Website
Address
α΅α‘α
Washington D.C., DC
α α