Akkati hinhaftu
Rrrrr
14/10/2023
Kumatamaa kessaa
An sumaan filadhee
Abdii fulaa duratiif
Jedheen si jaladhee
π·π·π·π·π·π·π·π·π·
Waruu waruu jetii
Shibiroon halkanii
Dhukubaa jalallaa wa
Firaa hin arkanii
πππππππππ
Loshaa lashii durbaa
Tan shurubaa rufaa
Si jaladhee hin hafuu
Bararetiin dhufaa
π·π·π·π·π·π·π·π·π·
Ganaamaf galgaal
Hoguu sumaan yadaa
Dhibee qabadheefii miti
Jalalaa ten adaa
πππππππππ
Qashxii afran qaloo
Bontuu shanyii tiyaa
Jaladhee wa si dhisuu
Muraa mataa kiyaa
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
Walaloon tun yo
Isiniiti toltee
Jalalee te/ke yoniifi
Akaan jalatee
Ustee biraa kutiin
Ijumaan ilaltee
πππππππππ
Like sher comment godhaa
17/09/2023
Yoo tokkummaadhaan
Bakaa hundaa kaanee
Waliif birmanee yo gaddiisa
Waliif taane
Akka sangoota sadanii qofa.
Qofaatti akaa baanee
15/08/2023
Harkaa funee hiriyyota fulaa fb kotii
Jirraa jirrtuu?
Ya rabii gahee nuun
Jedhii rakoo fi gidiraa
Furmanii saba kotii
Yomiyuu si biraa
17/11/2022
Yaa rabii yadaaf muraada ko naf gutii
05/10/2022
Jiraa jechumafii
10/07/2022
Bagaa dadarkaa idda iraa haftaan
10/07/2022
Bagaa jirtaan qaqaliwan ko
Jiraa qomoo ko
05/02/2022
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Helthee
Mukalla
43346527