Utubaa Qabsoo oromoo WBO force

Utubaa Qabsoo oromoo WBO force

Share

Ibsaa

12/04/2024

Maqaawwan Haadha Manaa Ergamaa Rabbii Nabi Muhammad 🌸 ﷺ S A W

18/03/2024

Amiiiiin Amiiiiin

01/03/2024

Bara lubbuun namaa akka argite baatu
Bara reffa namaa waraabessi nyaatu
Bara dhugaan badee sobni bakka argatu
Bara dantaaf hadhoon darbatee wal gatu
Bara qe'ee keetti halagaan caccabdu
Bara wajjiin ooltee galgala wal dhabdu
Bara kumaatamni dhumee ati qofaan ooltu
Uumaa keetu si oolche maaf hin galateeffattu???

11/02/2024

Amiiiiin Amiiiiin yaa rabbi

07/01/2023

Dambidoolloo!

Hospitaalli magaalaa Dambidoolloo muddama hamaa keessummeessaa jirti. Waraanni mootummaa Izzii kaabaa irra karaa daangaawwan naannoolee Oromiyaa lixaa daangessan karaa Beenishangul Gumuz magaalaa Asoosaa fi Gaambeellaa magaalaa Gaambeella irraan lixa Oromiyaatti fe'amuun duu-la sakatta'insaa eegalaniin halllaa torban kana qellem wallaggaa keessatti keessummeessaniin dhibbootaan ajjfamanii kanneen hafan mii-dhaa cimaa keessummeessuun amma hospitaalli Dambidoolloo hawwaasa tajaajiluu dhorkamuun waraana qofa akka yaalu taasifamee jira. Yeroo ammaa kana hospitaalli magaalaa Dambidoolloo bakki ciisichaa wal hanqatee mooraa keessaf alatti waraanni ciibsamee yaalamaa jira. Hospitaalichi rffa waraanaa fi mad-oo waraanaatiin muddama cimaa keessa jirti. Keessumatti lo-lli guyyoottan lamaan darban geggeeffame lo-la hamaa lo-ltoota hedduu dabalatee namoota nagaa lubbuu ga-laafatedha. Qabeenyii fi dhaabbileen tajaajila hawwasummaas manca'aniru. Keessumaa Aanaa Anfilloo magaalaa Muggii keessatti sababa waraanni mootummaa mishiggii bulchiinsa magaalichaa keessa taasifatanii lo-laa turaniin teessoon bulchinsichaa guutummaatti meeshaa gurguddaan hallamee bar-badaa'eera. Magaala Ashii jedhamu fi Muggii keessatti daa'imman dabalatee dhiiraaf dhalaan dhu-kaasa aarii ida'atte waraana mootummaa irraa furguggaatuun juumlaan ajj**famaniru!

17/06/2022

Falmataa Margaa
ODAA KOO sa'atii murrasatuu hafee Caalaa Daggafaa Entertaiment irratii sa'atii 12 irratii nu Egaa
Teelegraama https://t.me/+d-RN7pIPnKo3Yjk0
https://t.me/+DiKVFNhQk5NmZTdk

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Sanaa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address


Sanaa