biibi911

biibi911

Share

Umataa oromoof

13/06/2024

Yoo dhala ofii guddifatan akka harmee kanatti!

Dursa akka dhalatee of bareen eenyummaa isaa itti himte. Achii booda aadaa, duudhaafi aartii Oromoo gadi fageenyaan barsiiste. Yerooshee itti aarsite. Maallaqa itti obbaafatte. Ilmi ishee dandeettii uumamaan qabu akka gabbifatu, nama duratti ija akka jabaatu, adda-qabeessa akka ta’u, waan yaade hunda sodaa malee akka dubbatu barsiiste!

har’a Oromoofi Oromiyaa keessatti fakkeenya dhalootaa ta’ee jira. Mata duree dubbii ta’ee jira! bara kanaa injifatee jira! Baga gammadde, baga milkoofte jechuun barbaada!

Haala sadarkaa irratti komiin jiraachuu hubadheera. Ani dorgommii sana hordofaa hin turre waan ta’eef ‘abalatu injifachuu qaba’ jedhee yaada kennuu hin danda’u. Garuu rakkoon kamuu yoo jiraate kan komatamuu qabu murteessitoota dorgommii sanaati malee harmeesaa miti! Mucaa kanaaf hamileefi dinqisiifannaa qofatu malaaf!

Harmee Singitan, gurbaa qaxalee kana guddisaa jiraachuu keef galatoomi! Fuula durattis akkasuma cimee barnootaafi hojii aartii isaatiin bakka guddaa akka qaqqabu irratti hojjechuurraa duubatti hin jedhiin!

Bravo👏

06/06/2024
27/04/2023

Lubbuu du,arraa haftu hin jirtu
Duuti dawaa hin qabu
Yaaliin fedhe nama hin hanbisu
Qabsaa,aan zarhun wadaajoo yaalii yeroo dheeraa booda kaleessa galgala gara biyya deebii hin qabnee fuula Rabbi deemeera
Maatiifii hawaasa inni falmaafii ture Rabbi obsa hakennuufi.

09/01/2022

Jiraa fulduraafis jirachufii ishaa Allah

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Sanaa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address


Sanaa
CANCALLAA